Qeerroo
14.3K subscribers
954 photos
291 videos
32 files
245 links
"Ka'i Qeerro!"

Follow Us!!

Twitter: twitter.com/Qeerroo2011/
Facebook: facebook.com/SQeerroo/
Instagram: instagram.com/Qeerroo2011/
Telegram: t.me/Qeerroo2011/
Download Telegram
Barattoonni Yuunibarsiitii Haromayyaa Uummata Oromoo Salaaleef sagalee ta'aan. Suuraan Amajjjii 9/2016 FDG irraatti kaafameedha.
πŸ‘65
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Humni Abbaa Irree Abiyyi Ahimed Faannoo gargaaruun Ilmaan Oromoo fixaa jiru, barattoota irratti tarkaanfii gara jabinaa fudhataa jira.

(SQ-Sadaasa 22, 2024)

Barattoonni Yuunibarsiitii Dambi-Doolloo Ajjeechaa gara Jabinaa Uummata Oromoo irratti raawwatamaa jiru balaalleffachuuf ba’aan sirna nama nyaataa Abiyyi Ahimediin tarkaanfiin humnaa irratti fudhatamuu himatani.

Maddi keenya bakkichaa Sagalee Qeerroog yaada isaa kenne, Uummata nagaa Oromiyaa keessatti addumatti ajjechaa Suukanneessaa Godina Salaalee Ona Darraatti raawwatame balaalleffachuuf yeroo baanu humnootiin Mootummaa Tarkaanfii humnaa nurratti fudhachuun barattoota kaan miidhaa irraan ga’uun gariin ukkaamsaniiru jedhu.
πŸ‘247😒92❀49πŸ’”33πŸ€”15πŸ’―10πŸ™4πŸ”₯1
Gantummaaf sababni hin jiru!
😒87πŸ‘59❀30πŸ€”5πŸ‘4πŸ‘€2
Obbo Bulchaa Dammaqsa Du'an Addunyaa kanarra boqotan.

Obbo Bulchaa Dammaqsa Nama Siyaasaafi Siyaas-Dinagdee irraatti Nama dammaqsinsaan hojjeechaa turaniidha.
😒85πŸ‘32❀13
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
😭65😒20πŸ‘14πŸ’”13❀10πŸ€”3πŸ‘1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
😭101😒31πŸ’”22πŸ‘17❀13πŸ™6πŸ”₯4
Gochawwan haammaatoo Naatoo tokkoon alatti guyyaa saafaadhaa ilmaan Oromoo irratti rawwatamaa jiru!
😭65😒31πŸ‘18❀10
Extrajudicial Execution of Civilians Continue Unabated in Oromia, Ethiopia

(SQ-March 10, 2025)

Dawit Bekana, a father of 5 children, including a one year old twins daughters and resident of Burayu Sub-city in Sheger City of Oromia region is in comma, brutally beaten by local police. This happened last night, March 7, on Friday evening around 9:30-10:00. After being taken out of his home by people in civil dress, he was found fall unconcious in the local health station where some of the police officers dropped him there and left. This decent man is still in comma threatening his life to death. It is disheartening to see his little children and wife are helplessly greiving.
😭23πŸ‘18❀10
Qeerroon Bilisummaa Oromoo kallattiin Waraana Bilisummaa Oromoo waliin kan hojjetuun alatti
peekamtii dhaabaatiin ala kan socho'u kamuu Qeerroo Bilisummaa Oromoo kan bakka hin buunedha.
πŸ‘38πŸ”₯6πŸ‘€2
Qeerroon Bilisummaa Oromoo kallattiin Waraana Bilisummaa Oromoo waliin kan hojjetuun alatti
beekamtii dhaabaatiin ala kan socho’u kamuu Qeerroo Bilisummaa Oromoo kan bakka hin buunedha.


Bitootessa 16, 2025 murni β€˜Qeerroo Bilisummaa Oromoo’ jedhee of waamu, Magaalaa Finfinnee
keessatti namoota garaagaraa kanneen farra Qabsoo Bilisummaa Oromoo ta’an faana β€œkora
geggeeffanneerra” kan jedhu kijiba ta’uuf Qeerroo Bilisummaa Oromoo kan bakka hin buune ta’uu
hubachiifna.


Qeerroon Bilisummaa Oromoo Sadaasa 08, 2021 erga Hooggantootaaf Qondaaltota Waraana Bilisummaa
Oromoo faana waltajjii godhachuun kallattii gara fuul-duraa akeekkatee as, karaa danda’e cufaan Qabsoo
tumsuuf sirna Uummata Oromoo nyaatuuf ajjeesu irratti bifoota garaagaraan qabsoo godhaa jira.


Irra caalaattis Waraana Bilisummaa Oromoorraa qajeelfama kallattii fudhachuun Oromiyaa keessatti
karaa ni fayyada jedhame maraan hojiitti jira. Kun kanaan osoo jiruu qaamoti Mootummaa nama nyaataa
Uummata Oromoo lafarraa daguugaa jiruuf tumsa kennuuf magaalaa keessatti akka waan faallaa
Mootummaa ta’eetti of ibsu kamuu fudhatama akka hin qabne gadi jabeessinee Uummata Oromoo
hubachiifna.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Finfinnee, Oromiyaa

Bitootessa 17, 2025
πŸ‘65❀24πŸ”₯9πŸ™6πŸ€”3
The actions taken by ONLF (Ogaden National Liberation Front) that escalate hostility against the Oromo people, aimed at inciting the Somali community against the Oromo, are completely unacceptable. The Oromo people, like the Somali people, are engaged in a strong struggle to free themselves from oppression.

ONLF, however, disregarding this reality, has intensified its efforts to incite the Somali community into armed struggle by fueling hostility against the Oromo people.

Regarding this matter, Qeerroo Bilisummaa Oromoo (Oromo Liberation Youth) warns ONLF to respect the Oromo people and refrain from actions that dishonor their struggle, focusing instead on combating oppressive systems.

@ONLFofficial
πŸ‘87❀28πŸ”₯8πŸ€”3
Godina Booranaa Ona Yaaballootti dhimma saamama daangaa Oromiyaafi Hundeeffama Aanaalee haaraa 14 Naannoo Somaalee, Aanaalee haaraatti hundeeffaman keessaa Moyaalee lafti Oromoo cituun mormii kaasuun Uummati Mormiisaa ibsataa jira!
❀14πŸ”₯9
Yaaballootti hiriiri mormii dhoo'ee jira!
Mooyyale itti cinnee galaana dhiigaa taati malee cittee lafa diinaa hin taatu!
πŸ‘31❀15πŸ”₯6
Hiriira Mormii Magaalaa Yaaballoo!
❀18πŸ‘8πŸ‘1
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
❀95πŸ”₯18πŸ‘15πŸ₯°9πŸ‘6