Namichaa Torban Tokko kessaati Miliyeenara tahe fi Gaazexeessaa

Gaazexessaa icitiin Milkaaโ€™ina ketii malli ?

Miliyeenara lukku takkan bite

Gaazexessaa lukkun takka birr 1000 hin caaltu atti Garuu jiaa murasa keesati miliyeenara akkamin gahu dandeesse ?

Miliyeenara  lukku takkittiin bite ture Guyya Lamaffaa kille Takka naaf deesse

Gaazexessaa lukku takka fi kille takkittii isi qoofan mo ?

Miliyeenara  Guyya sadafaa kille Lamaffaa naaf deesse

Gaazexessaa dhugaa atti Nama Carraa qabeesa namati


Miliyeenara  eee waaqni haa galatoomu

Gaazexessaa. Amma atti lukku takkittii fi kille lamaan gurguratee birrii Kana Hundaa siif baaste ?

Miliyeenara  lakkii lukku fi kille Koo hin gurguramne lukkuun Koo guyya Afraffaa kille sadafaa naaf deesse turte


Gaazexessaa dubaa Tilmama Gati isitti birrii Kana hundaa siif basuu dandaha jedhamett mo qabachun Kee Soba ?


Miliyeenara.  Lakki Dhugaa nan qaba  accounti Koo lalu dandeesa

Gaazexessaa  Obboo dubii Kee amanun bayyee ulfata Jira Gaffii Koo debii Sirrii naaf laachaa hin jirtu ?


Miliyeenara Obbolaa Koo Dhuguma siif Himaa jira na amanii


Gaazexeessaa gaffii dhumaa si gafadha liqeeffate mo lukku fi kille Kee gurgurate ykn tilmaamtee birri kana qabaachu dandeesse


Miliyeenara Obboo dubbiin akkanaa naa caqasi Guyya Shanaffaa jaarsi Sodaa koo Boqote Guyya jahaffaa lukku Koo qalleettin nyaadhe kille issinin naaf deesse sadeen bilcheessen nyaadhe

Miliyeenara Obboo Amma hoo icitiin milkaain kotii siif galee. ??

https://www.youtube.com/@seenaaaddunya
โค2
Eid Mubarak for all Muslim

https://www.youtube.com/@seenaaaddunya
๐Ÿ’ฏ2
Kitaabota 3 kanen eyyuu dubisee bekka seenaa ajaibaa hadhaa ilma fi abbaa
1. Betty๐Ÿ“šWithout My Daughter
2. Mahtob ๐Ÿ“šMy name is Mahtob
3. Sayed๐Ÿ“š Lost Without My Daughter

https://www.youtube.com/@seenaaaddunya
๐Ÿ’ฏ1
Fayyadamtoota TikTok biyyaan (2025) ๐ŸŽต๐Ÿ“ฑ

Fayyadamtoonni addunyaa waliigalaa: biiliyoona 1.6

๐Ÿ‡บ๐Ÿ‡ธ Ameerikaa - 136M
๐Ÿ‡ฎ๐Ÿ‡ฉ Indooneezhiyaa - 108M
๐Ÿ‡ง๐Ÿ‡ท Biraazil - 91.7M
๐Ÿ‡ฒ๐Ÿ‡ฝ Meeksikoo - 85.4M
๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ฐ Paakistaan - 66.9M
๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ญ Filiippiinsi - 62.3M
๐Ÿ‡ท๐Ÿ‡บ Raashiyaa - 56M
๐Ÿ‡ง๐Ÿ‡ฉ Baanglaadeesh - 46.5M
๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡ฌ Masrii - 41.3M
๐Ÿ‡ป๐Ÿ‡ณ Veetnaam - 40.9M
๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ท Tรผrkiyee - 40.2M
๐Ÿ‡ณ๐Ÿ‡ฌ Naayijeeriyaa - 37.4M
๐Ÿ‡ฎ๐Ÿ‡ถ Iraaq - 34.3M
๐Ÿ‡ธ๐Ÿ‡ฆ Sa'udii Arabiyaa - 34.1M
๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ญ Taayilaandi - 34M
๐Ÿ‡จ๐Ÿ‡ด Kolombiyaa - 32M
๐Ÿ‡ฏ๐Ÿ‡ต Jaappaan - 26.9M
๐Ÿ‡ฌ๐Ÿ‡ง Yunaayitid Kingidam - 24.8M
๐Ÿ‡ฆ๐Ÿ‡ท Arjentiinaa - 24.4M
๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ช Peeruu - 24.4M

Kanneen biroo: 617.6M

Maddi: DataReportal (2025), tilmaama dhaqqabummaa beeksisa TikTok irratti hundaaโ€™uun

You tube ๐Ÿ‘‰www.youtube.com/@seenaaaddunya

Channel ๐Ÿ‘‰ https://t.me/thistime1993

Facebook ๐Ÿ‘‰ www.facebook.com/profile.php?id=61559861647128
โค1
๐Ÿšฐ Biyyoota sadarkaa olaanaa bishaan dhugaatii qulqulluu qaban:

1. Finfinnee ๐Ÿ‡ซ๐Ÿ‡ฎ
1. Aayislaandi ๐Ÿ‡ฎ๐Ÿ‡ธ
1. Nezerlaand ๐Ÿ‡ณ๐Ÿ‡ฑ
1. Norway ๐Ÿ‡ณ๐Ÿ‡ด
1. Siwiizarlaand ๐Ÿ‡จ๐Ÿ‡ญ
1. UK ๐Ÿ‡ฌ๐Ÿ‡ง
7. Maaltaa ๐Ÿ‡ฒ๐Ÿ‡น
8. Jarmanii ๐Ÿ‡ฉ๐Ÿ‡ช
9. Luxembourg ๐Ÿ‡ฑ๐Ÿ‡บ
10. Siwiidin ๐Ÿ‡ธ๐Ÿ‡ช
~
11. Xaaliyaanii ๐Ÿ‡ฎ๐Ÿ‡น
12. Giriik ๐Ÿ‡ฌ๐Ÿ‡ท
13. Deenmaark ๐Ÿ‡ฉ๐Ÿ‡ฐ
14. Ayerlaandi ๐Ÿ‡ฎ๐Ÿ‡ช
15. Ispeen ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡ธ
16. Faransaay ๐Ÿ‡ซ๐Ÿ‡ท
17. Jaappaan ๐Ÿ‡ฏ๐Ÿ‡ต
18. Oostiriyaa ๐Ÿ‡ฆ๐Ÿ‡น
23. Kooriyaa Kibbaa ๐Ÿ‡ฐ๐Ÿ‡ท
24. Kanaadaa ๐Ÿ‡จ๐Ÿ‡ฆ
25. Awustiraaliyaa ๐Ÿ‡ฆ๐Ÿ‡บ
26. USA ๐Ÿ‡บ๐Ÿ‡ธ
30. Cheekiyaa ๐Ÿ‡จ๐Ÿ‡ฟ
34. Poolaandi ๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ฑ
40. UAE ๐Ÿ‡ฆ๐Ÿ‡ช
46. Arjentiinaa ๐Ÿ‡ฆ๐Ÿ‡ท
54. Chaayinaa ๐Ÿ‡จ๐Ÿ‡ณ
55. Saudi Arabiyaa ๐Ÿ‡ธ๐Ÿ‡ฆ
62. Rumaaniyaa ๐Ÿ‡ท๐Ÿ‡ด
65. Raashiyaa ๐Ÿ‡ท๐Ÿ‡บ
70. Iraan ๐Ÿ‡ฎ๐Ÿ‡ท
73. Meeksikoo ๐Ÿ‡ฒ๐Ÿ‡ฝ
75. Turkii ๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ท
88. Siriilaankaa ๐Ÿ‡ฑ๐Ÿ‡ฐ
96. Biraazil ๐Ÿ‡ง๐Ÿ‡ท
110. Filiippiinsi ๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ญ
112. Gibxii ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡ฌ
125. Indooneezhiyaa ๐Ÿ‡ฎ๐Ÿ‡ฉ
129. Baanglaadeesh ๐Ÿ‡ง๐Ÿ‡ฉ
133. Afrikaa Kibbaa ๐Ÿ‡ฟ๐Ÿ‡ฆ
139. Hindii ๐Ÿ‡ฎ๐Ÿ‡ณ
144. Paakistaan ๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ฐ
166. Itoophiyaa ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น
177. Naayijeeriyaa ๐Ÿ‡ณ๐Ÿ‡ฌ
178. Niijer ๐Ÿ‡ณ๐Ÿ‡ช
179. Chaad ๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ฉ

Hubachiisa: biyyoonni fayyaa namaa balaa naannoo irraa hangam akka eegan agarsiistota lama irratti safaruu
1โค2๐Ÿ’ฏ1
Live stream finished (195 days)
Seenaa addunyaa
Photo
Maqaa konkolaataa isa olaanaa
๐Ÿ‡ฉ๐Ÿ‡ฟ Algeria: Fiat
๐Ÿ‡ฆ๐Ÿ‡ด Angola: Suzuki
๐Ÿ‡ฆ๐Ÿ‡ท Argentina: Toyota
๐Ÿ‡ฆ๐Ÿ‡บ Australia: Toyota
๐Ÿ‡ฆ๐Ÿ‡น Austria: Volkswagen
๐Ÿ‡ง๐Ÿ‡ญ Bahrain: Toyota
๐Ÿ‡ง๐Ÿ‡ช Belgium: BMW
๐Ÿ‡ง๐Ÿ‡ท Brazil: Fiat
๐Ÿ‡ง๐Ÿ‡ฌ Bulgaria: ล koda
๐Ÿ‡จ๐Ÿ‡ฆ Canada: Ford
๐Ÿ‡จ๐Ÿ‡ฑ Chile: Toyota
๐Ÿ‡จ๐Ÿ‡ณ China: BYD
๐Ÿ‡จ๐Ÿ‡ด Colombia: Kia
๐Ÿ‡จ๐Ÿ‡ฟ Czech Republic: ล koda
๐Ÿ‡ฉ๐Ÿ‡ฐ Denmark: Volkswagen
๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡ฌ Egypt: Nissan
๐Ÿ‡ซ๐Ÿ‡ฎ Finland: Toyota
๐Ÿ‡ซ๐Ÿ‡ท France: Renault
๐Ÿ‡ฉ๐Ÿ‡ช Germany: Volkswagen
๐Ÿ‡ฌ๐Ÿ‡ท Greece: Toyota
๐Ÿ‡ฎ๐Ÿ‡ณ India: Maruti
๐Ÿ‡ฎ๐Ÿ‡ฉ Indonesia: Toyota
๐Ÿ‡ฎ๐Ÿ‡ถ Iraq: Kia
๐Ÿ‡ฎ๐Ÿ‡ท Iran: Iran Khodro
๐Ÿ‡ฎ๐Ÿ‡ช Ireland: Toyota
๐Ÿ‡ฎ๐Ÿ‡ฑ Israel: Toyota
๐Ÿ‡ฎ๐Ÿ‡น Italy: Fiat
๐Ÿ‡ฏ๐Ÿ‡ต Japan: Toyota
๐Ÿ‡ฏ๐Ÿ‡ด Jordan: Toyota
๐Ÿ‡ฐ๐Ÿ‡ฟ Kazakhstan: Hyundai
๐Ÿ‡ฐ๐Ÿ‡ช Kenya: Isuzu
๐Ÿ‡ฐ๐Ÿ‡ผ Kuwait: Toyota
๐Ÿ‡ฒ๐Ÿ‡พ Malaysia: Perodua
๐Ÿ‡ฒ๐Ÿ‡ฝ Mexico: Nissan
๐Ÿ‡ณ๐Ÿ‡ฑ Netherlands: Kia
๐Ÿ‡ณ๐Ÿ‡ฌ Nigeria: Innoson
๐Ÿ‡ณ๐Ÿ‡ด Norway: Tesla
๐Ÿ‡ด๐Ÿ‡ฒ Oman: Toyota
๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ฐ Pakistan: Suzuki
๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ญ Philippines: Toyota
๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ฑ Poland: Toyota
๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡น Portugal: Peugeot
๐Ÿ‡ถ๐Ÿ‡ฆ Qatar: Toyota
๐Ÿ‡ท๐Ÿ‡ด Romania: Dacia
๐Ÿ‡ท๐Ÿ‡บ Russia: Lada
๐Ÿ‡ธ๐Ÿ‡ฆ Saudi Arabia: Toyota
๐Ÿ‡ธ๐Ÿ‡ฌ Singapore: BYD
๐Ÿ‡ฟ๐Ÿ‡ฆ South Africa: Toyota
๐Ÿ‡ฐ๐Ÿ‡ท South Korea: Hyundai
๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡ธ Spain: Toyota
๐Ÿ‡ธ๐Ÿ‡ช Sweden: Volvo
๐Ÿ‡จ๐Ÿ‡ญ Switzerland: Volkswagen
๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ผ Taiwan: Toyota
๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ฟ Tanzania: Toyota
๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ญ Thailand: Toyota
๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ท Turkey: Renault
๐Ÿ‡ฆ๐Ÿ‡ช UAE: Toyota
๐Ÿ‡ฌ๐Ÿ‡ง United Kingdom: Volkswagen
๐Ÿ‡บ๐Ÿ‡ธ United States: Toyota
๐Ÿ‡ป๐Ÿ‡ณ Vietnam: VinFast
๐Ÿ‡พ๐Ÿ‡ช Yemen: Toyota

You tube ๐Ÿ‘‰www.youtube.com/@seenaaaddunya

Channel ๐Ÿ‘‰ @thistime1993

Facebook ๐Ÿ‘‰ www.facebook.com/profile.php?id=61559861647128
๐Ÿ’ฏ2โค1
Top 10 Soccer Legends of All Time
Pelรฉ โ€“ The King of Football. โ€ ...
Diego Maradona โ€“ The Golden Boy. โ€ ...
Lionel Messi โ€“ The Magician. โ€ ...
Cristiano Ronaldo โ€“ The Goal Machine. ...
Johan Cruyff โ€“ The Architect of Total Football. ...
Zinedine Zidane โ€“ The Elegant Playmaker. ...
Ronaldo Nazรกrio โ€“ The Phenomenon. ...
Michel Platini โ€“ The French Maestro.

You tube ๐Ÿ‘‰www.youtube.com/@seenaaaddunya

Channel ๐Ÿ‘‰ @thistime1993

Facebook ๐Ÿ‘‰ www.facebook.com/profile.php?id=61559861647128
โค2
Top 10 sirboota Ethiopia bayyee ilalame"

1. Yene Habesha" - Abby Lakew ๐ŸŽฌ Views: Over 102M
2. Ethiopia" - Teddy Afro ๐ŸŽฌ Views: ~60M
3. Tekebel" - Getish Mamo ๐ŸŽฌ Views: ~42M
4. Kokebey" - Jossy in Z House & Millen Hailu ๐ŸŽฌ Views: ~35M
5. Biraabiro" - Millen Hailu ft. Yared Negu ๐ŸŽฌ Views: ~34M
6. Bulloo" - Yosan Getahun ๐ŸŽฌ Views: ~34M
7. Feta Feta" - Behailu Bayou ๐ŸŽฌ Views: ~33M
8. Bilen" - Seyoum Gebreyes / Yohannes ๐ŸŽฌViews: ~31M
9. Teshenfialehu" - Mulualem Takele & Ephrem Amare ๐ŸŽฌ Views: ~28M
10. Das Tal" - Teddy Afro ๐ŸŽฌ Views: ~28M

You tube ๐Ÿ‘‰www.youtube.com/@seenaaaddunya

Channel ๐Ÿ‘‰ @thistime1993

Facebook ๐Ÿ‘‰ www.facebook.com/profile.php?id=61559861647128
๐Ÿ’ฏ1
๐Ÿ’ฏ1
Seenaa addunyaa
Photo
Mee barri dhaloota keetii 1900 akka ta'etti aal tokko sitti haa mul'atu.
Umuriin kee wayita ganna 14 guuttu, Addunyaan gara Waraana Addunyaa Tokkoffaatti gadi lixxe. Hanga ati ganna 18 guuttuttis, namoonni miliyoona 20 ol lubbuun isaanii darbe. Mudannoo kanaan booda, akkuma waraanni sun goolabameen, dhibeen... golfaan weerara addunyaa hunda ta'uudhaan hammaate. Umurii kee yeroo ganna 20 keetti, golfaa dhibee "Spanish Flu" jedhamuun beekamuu fi addunyaa maratti lubbuu namoota miliyoona 50 galaafate jalaa baraaramte.

Waggoota muraasa booda, odoo jireenya kee ijaarrachuuf tattaafachaa jirtuu, Kufiinsi Diinagdee Isa Guddichaa (The Great Depression) dhufe. Yeroo kana ati ganna 29 turte. Baankonni dhabamsiifaman; hojiin dhabame; maatiwwan manneen isaanii dhaban; beelli jireenya namoota miliyoonotaa keessatti waan barame ta'e; abdiin fuulduraas ji'oota muraasa keessatti dhabame.

Ganna 33 keetti, Addolf Hiitlar (Adolf Hitler) Jarmanitti gara aangoo isaatti dhufe. Ganna 39 keetti immoo, Waraanni Addunyaa Lammaffaan jalqabame. Magaalotni gubatan; biyyoonni kutaadhaan; duguugiinsaan sanyii (Holocaust) raawwatame; boombiin atoomaas samii irraa gad roobe. Akkuma waraanni sun xumurameen, ati ganna 45 guutte, namoonni miliyoona 60 ol immoo lubbuun isaanii darbeera.

Itti fufuun waraana Kooriyaatu dhufe. Yeroo sana ganna 52 turte. Sanas booda waraana Veetnaam. Waraanni sun yeroo jalqabu ganna 64, yeroo inni xumuramu immoo ganna 75 turte.

Dhaloonni sun waraana addunyaa lama, weerara dhibee addunyaa hundaa, kufiinsa diinagdee, hanqina nyaataa, siyaasa daangaa dabre, sodaa niwukilaarii fi waggoota sodaa fi dhiphinaa hedduu odoo baay'een isaanii gara dullumaatti hin deemin dabarsan. Ta'us, haala kanaan hundi isaanii maatii ijaaran, hawaasa ijaaran, ganama ganama gara hojii deeman, akkasumas gara fuulduraatti tarkaanfachuu itti fufan.

Dargaggoonni baay'een har'a akaakayyuu fi akkoo deebii bara sanii ilaaluun jireenya dhiphina har'aa akka hin hubanne yaadu. Garรบu, isaan dhiphina fi jireenya rakkisaa nu hundaa olitti hubatu ta'a. Isaan "addunyaa irraa kan fagaatan" hin turre. Isaan waan seenaan irra deddeebi'ee itti darbe hunda keessatatti obsuun kan bocamanii dha.

*Keenyawoo...Waanti warri keenya keessa darbanii dhufan osoo Dhugaan isaa illee hacuucamuu baatee nuuf katabamee...waanti nuti taanee as geenye kanarraa nii fagaataa laata?*

You tube ๐Ÿ‘‰www.youtube.com/@seenaaaddunya

Channel ๐Ÿ‘‰ @thistime1993

Facebook ๐Ÿ‘‰ www.facebook.com/profile.php?id=61559861647128
โค5
Hello Fayyee, there! Weโ€™re happy to see you.