#Labata_Digital_Magazine
#Qabeenya_qabaa_badee
#Guutamaa_Rafisaa
Waanti ati qabduu qabaa barbaada. Ilaalchi garii dhalootaf riqicha ta'u, namoota gaarii qabaa qabeenya isaanii eeggatan keessa jira. Qabeenyi guddaan kan mootummaan hin beekne ati duwwaan beekuu qabdu sii keessaa jira. Bara namni jireenya dhiise bara lakkaa'aa jiru kanaatti amala qabeenya keef eegdu ta'u kudhaammatte kayyoo
uumamteef jiraachuun gatii jabeessa guddaadha. Amalli ati qabdu qabeenya keef orma ta'u danda'a. Amala qabeenya keef orma ta'e keessaa ba'i. Bara namni waan qabu miti ofiisaa of qabu dadhaabe kanatti atimmoo of qabii waan gaarii si keessaa dhokatee jiru achi baafadhu. Yoo qabaa isaa beekteef albuudni guddaan karaa kee duwwaa gara addunyaatti bahuuf qophaa'e tokko sii keessa jira; innis eeyyaama kee malee gara dhalootaatti achi bahuu hin danda'u.
@labatamagazine
@labatamagazine
#Labata_Digital_Magazine
Beekumsa si keessa jiruu gara hojiitti fiduuf bilchinni ati eenyuummaa qabeenya kee bachuu danda'uf arsaa ta'uuf qabdu murtessaadha. Qabeenya guddaa si keessa jiru qabachuu dadhabuu keetiin ajjeessuu keerraa ofii ke lubbuun darbuu wayya. Jiraa du'aa baatee deemu hin ta'iin. Akka awwaalcha keessa isatti du'aa baatu, alaan bifa qabu hin ta'iin. waan qabdu sirriitti qabachuu dadhabuun salphina. Karaa namni hunduu deemu irra nan deema yoo jette waan gaarii si keessa jiru ajjeessuu dandeessa.
@labatamagazine
@labatamagazine
#Labata_Digital_Magazine
Jireenyaa fi adeemsa albuuda si keessa jiruuf karaa ta'u qabaadhu. Namoonni baay'ee
jireenya namaa akkeessuuf jedhanii harka duwwaatti hafan, baay'een immo utuu hin bilchaatiin eenyummaa isaanii agarsiisuuf jedhanii namummaa isaanii gatan. Namni miira isaaf garbicha ta'e qabeenya keessa isaa jiru eeggachuu hin danda'u. Ega ati qabeenya guddaa duuka uumamte. Qabeenya guddaa kana qabattee immoo maasii qabeenya ke balleessuu keessa hin taa'iin. Addunyaa kanarratti namni qofaa isaa bakka guddaa gahe hin jiru. kanaafuu nama duukaa jiraachuu bari. Kunis ati mataanke qabeenyadha. Amala waan qabdu sii qabu qabaadhu!!

#SIIDAA
#Coming_soon!
#New_Afaan_Oromoo_short_movie
presented by kiya pictures
@labatamagazine
@labatamagazine
#Coming_soon!
#New_Afaan_Oromoo_short_movie
presented by kiya pictures
@labatamagazine
@labatamagazine
Barruu Digitaalawwaa Afaan Oromoo #Labata Lakk. 4ffaa kan hawwii guddaan eegaa jirtan yeroo dhiyootti sin bira ga'a.
Join and share 👇👇👇
https://telegram.me/labatamagazine
Join and share 👇👇👇
https://telegram.me/labatamagazine
Forwarded from ❤የልብ ቋንቋ❤
Be amazing. Be good. Be pretty. Be strong. Be smart. Be cool. But the most important thing is, be yourself.
Have a nice day!
🎈 @abdiidhiigakoo
🎈 @abdiidhiigakoo
🎈 @labatamagazine
🎈 @labatamagazine
Have a nice day!
🎈 @abdiidhiigakoo
🎈 @abdiidhiigakoo
🎈 @labatamagazine
🎈 @labatamagazine
👍1
You can't have a positive life with a negative mind.
Have a great day😊✌✌✌
Join
🎈 @abdiidhiigakoo
🎈 @abdiidhiigakoo
Join
🎈 @labatamagazine
🎈 @labatamagazine
Have a great day😊✌✌✌
Join
🎈 @abdiidhiigakoo
🎈 @abdiidhiigakoo
Join
🎈 @labatamagazine
🎈 @labatamagazine
#Labata_Digital_Magazine
#Rashiid_Abduu
#Daandii_lama
Wanta keessa jiraattutti, wanta keessa kee jirutti milka'uu yoo feete dursa yaada keessake jiru jijjiiruu qabda. Namoonni lama yeroof haala walfakkaatuun daandii wal fakkaatu irra ni deemu, garuu bu'aa isaan argatan wal hin fakkaatu. Kun maalif jettee yaaddee beektaa? Xiyyeeffannoo ati jireenyaf daandii kee irratti gootu milka'ina keetiif ga'ee guddaa qaba. Yaada milka'aa qabachuun wanta hojjennu milkaa'inaan akka xumuruu nu godha.
Namoonni yaada sirrii qaban rakkoo isaa mudatu kamiif iyyuu haala salphaan furmaata ni argatu, faallaa kanaan immoo kanneen yaadni isaanii sirrii hin taane kuufatiif haala salphaan saaxilamu; kufaatiin isaanii faana isaanii jala jiru. Yeroof haala kamiin keessatti yaada sirrii qabachuun daandii milkaa'ina keenyaati. kanaaf sammuu milkaa'aa guddifachuun immoo faana keenya jalqabaatii. Sammuu Milkaa'aa guddifachuu Sababa moo Bu'aa? Mee ilaali...irra deebi'i of ilaali? jireenya amma jiraataa jirtu kanatti gammaddee jirtaa...? Kaleessaas hara'as jireenya kee kana jijjiiruuf daandii wayii jalqabdetta ta'a, hara'as daandicha qabattee jirra ta'a, yookin immoo ati hanga hammaa jireenya kee jijjiiruuf tarkaanfii tokko illee hin fuune ta'a. Jireenya kee keessatti rakkina sirra jiru jijjiiruu ni barbaddaa...? Deebiin kee eyyeen yoo ta'e waliin haa nyaannu..!! Ani gammadaadha!! Ani guutummaa guutuutti gammadaadha ofiin ni jettaa...? Baay'een keenya akkas hin Jennu, sababiin isaa immoo nuti wanta nu gammachiisu hin filanne, filachuus hin dandeenye. Yoommuu waa'ee milkaa'inaa yaaddu fakkiin sammuu kee keessatti bocamu gammaachuuf milkaa'inni qaama tokko kan miidhaa hoomayyuu hin qabnedha jechuu dandeessa. Tarii nuti gara fuula duratti hojii gaarii, mana, daa'ima, galii fi konkolaataa nuti argannu gammachuu uumu jechuu dandeenya. Haata'u malee ilaalchi akkasii jijjiiramuu qaba. Meeshaas ta'e namoonni gammachuu nuuf uumuu hindanda'an. Gammachuun kan nuti ofiif murree, ofumaaf bocnu malee kan qamaa biraan nuf kennamu miti, kan nuti ofii keenyaaf uumnudha. miirri kunis miira filannooti. Jireenya jiraattu keessatti waanta kana yaaddee beektaa? "Namoonni Sooreyyiin Adduunyaa keenyaa maalif gammaduu dadhabuu?", "Namoonni milka'oon dachee keenya hoo gammadaa jiruu ?" Irra deddeebi'ii yaadi qarshii fi milka'inni walduraa dubaan gammachuu uumuu hin danda'an. Gammachuu kan ati sadarkaa jirtutti ofiif uumtu malee kan namni siif uumu miti. Akkasumas aangoo, sanyii fi meeshaan gammachuu naaf uuma jedhanii yaaduun sababiin isa inni guddaan, furmaata rakkoo keenyaa wantoota biraa irraa wanta egnuufi.

------OROMO FI OROMIYA-------
Oromoon bara duriitii kaasee lafa irra jiraata ture/jiru
kana “biyya Oromoo” jedhee waamata. Barreessittoonni
warra lixaa kanneen akka Charles T. Beke (1800-1874)
odeeffannoo qajeela dhabuurraa ykn dogogorra loqoda
afaanii irraa kan ka’e lafa Oromoon irra qubatee argamu
kana “biyya Ormaa” jedhanii waamaa turan.
Misiyoonni Jarman John Ludwing Krapf jedhamu miilto
isaa K.W Iseberg jedhamu waliin waldaa “Britian Church
Missionary Society” jedhamu bakka bu’uun baroota
1839-1842 gidduu biyya Oromoo seenun hawaasa
Oromoo waliin ega turee booda qaboo-guyyaa (dairy) isaa
bara 1863 maxxansiise keessatti maqaa barreessitoonni
tokko tokko saba Oromoo ittiin waama turan “Ormaa”
jedhu irratti hundaa’un lafa qubsuma saba Oromoo kana
yeroo jalqabaatif maqaa “Ormaaniyaa” jedhuun ibsera.
Maqaa haaraan inni biyya Oromootif moggase kunis
Oromiyaa har’aatiif bu’ura ta’eera.
Krapf “sabni Oromoo saba Jarman bahaa kan kaaba baha
ardii Afriika keessa jiraatu jechuun” dinqisiifannaafi
jaalala saba kanaaf qabu ibsachuun cinaatti barnoota
Amantii kiristaanaa Afriikaa keessatti babal’isuuf saba
Oromoo wiirtuu tokko jalatti sassabee dhimma itti
bahuuf hawwii guddaa qabaacha ture.
Hawwiin Krapf osoo hinmilkaa’in naannoo bara 1900
humnoota koloneeffattootatin sabni Oromoo
mootummoota garaagara afur (Itoophiyaa, Keeniyaa,
Sumaaliyaafii Taanzaniyaa) jalatti gargar qoodame.
Sabboontonni Oromoo Itoophiyaa jalqaba bara 1970
yeroo jaarmiyaa Siyaasaa mirga saba kanaatif falmu, Adda
Bilisummaa Oromoo hundeesan maqaa Krapf baase
foyyeessun lata Oromoonni Itoophiyaa irra qabatan
argaman “OROMIYAA” jedhanii waamu jalqaban
(Gadaa Meelba, 1988). Oromiyaan har’aa lafa hawaasni
Oromoo irra qubatee jiru of-jalatti hammachuus baatu,
bal’anaan biyyoota gurguddaa jedhaman keessatti
ramadamti.
Teessuman, biyya kaaba baha ardii Afriika keessatti
argamtu yoo taatu gama kibbaatin Keeniyaafii
Sumaaliyaadhan, dhihaan Sudaniin, bahaan Sumaleefi
Affarrin, kaaban qubsuma saba Amaaraafi Tigreetin
dangefamtee argamti.Oromiyaan biyya qabeenya
uumamaa garagaraatin badhaatedha.
👉Maddii-DHANGAA DHALOOTA QUBEE:
Tumsa Haaromsa Seenaa Oromoo
JILDII-I
Barreessaan:
Gazzahaany Lammii Hordofaa (MA)

Forwarded from Deleted Account
Akuma Mathewos:
Channelota aja'ibsiisoo isin join gochuu qabdan. Link kana gadii👇 cuqaasun itti makama.

Yooyyaa! Akkam jirtu dubbiftoota maatii labata, barruuleen labata maxxansa 4ffaa daqiiqaa muraasaa booddee isin biraan ni gaha, nu eegaa.
@labatamagazine
@labatamagazine
@labatamagazine
@labatamagazine
Labata vol. 4.pdf
10 MB
Barruu Labataa maxxansa 4ffaa.
Labata Free Digital Magazine 4th edition.
@labatamagazine
@labatamagazine
Labata Free Digital Magazine 4th edition.
@labatamagazine
@labatamagazine
LABATA
Barruu Dijitaalawaa Afaan Oromoo maxxansa 4ffaa
Labata Free Digital Magazine Volume 4
Cover page