Labata vol. 5.pdf
11.2 MB
Free Afaan Oromoo Digital Magazine 5th Edition
Barruu Dijitaalawaa Afaan Oromoo Maxxansa 5ffaa
https://telegram.me/labatamagazine

👍1
Labata free digital magazine volume 5 is now online 👆👆
Yeroo ammaa irraa eegalee barruun isin hawwii guddaan eegaa turtan barruun dijitaalawaa Afaan Oromoo #LABATA Maxxansi 5ffaan bilisaan kunooti buufadhaa dubbisaa!
@labatamagazine

❤1
Barruu Dijitaalawaa Afaan Oromoo Maxxansa 5ffaa
Labata monthly Afaan Oromoo Digital magazine 5th Edition.
For enquiry and advertisement questions, contact us via @maatii_labata
T.me/labatamagazine

Baafata
Barreessitoota maxxansa 5ffaa irratti dubbii utubduu lammii keessaniif ta'u waan dhaamtaniif galaatni keenyaa guddaadha 🙏🙏

Dhaamsa!!
Onkolooleessa 10/2020
Qopheessitoota Barruu Labata
@Eliyas_Asefa
@Milkessa_Asfaw
@Abdimerga
T.me/labatamagazine
Onkolooleessa 10/2020
Qopheessitoota Barruu Labata
@Eliyas_Asefa
@Milkessa_Asfaw
@Abdimerga
T.me/labatamagazine
BUUSAA GONOFAA
Abdii Oliiqaa
Qopheessaa fi giraafiksii barruu
@Eliyas_Asefa
Qindeessaa barruu
@Milkessa_Asfaw
Gulaalaa barruu
@Abdimerga
T.me/labatamagazine
Abdii Oliiqaa
Qopheessaa fi giraafiksii barruu
@Eliyas_Asefa
Qindeessaa barruu
@Milkessa_Asfaw
Gulaalaa barruu
@Abdimerga
T.me/labatamagazine
BUUSAA GONOFAA
Abdii Oliiqaa
Uummanni Oromoo haala jireenya guyyaa guyyaa keessaatti uummata safuu fi aadaa mataa isaatiin geggeffamuudha. Kan rakkate gargaaruu, beela wal baasuun, wal utubee walcina dhaabbachuun amala isaati. Kun immoo aadaa fi safuu mataa isaa qaba. Firri, reerroib, dheedi, gosti cuftuu walhirpha, wal gargaaras. Aadaan kun akkuma dacheen Oromiyaa ballina qabdu bakka gargaaraatti moggaasa gargaraa qaba.
Aaadaa walgargaarsaa uummata Oromoo biratti beekamaa ta’e keessa tokko Buusaa Gonofaadha. Buusaa Gonofaan kun aadaa naannoo Booranaa keessatti ballinaan beekamuudha. Waa’ee wal gargaarsaa ilaalchisee luba Dafaa Jamoo kitaaba isaanii “Safuu Biyyaa” jedhu kessatti Seerri Makkoo Bilii” … lolli diinaa yoo isinitti ka’e, ibiddi, bineensi yoo isinitti ka’e, yoo iyyame wal birmadhaa, deegis yoo nama tokkotti gale wal garagaaraa” jedhee wa’ee walgargaarsaa cimsee akka dubbatu ifa godhaniiru. Tokko quufee tokko beela’uun, kaan itti tolee kaanimmoo gaddaa jiraachuun aadaa Oromoo miti. Waanuma qabu waliif Buusa walgargaaree wal Gonofa malee. Inni qabeenyaa qabu isa hin qabneef, duroomaan isa deegeef, humna kan qabu isa humna hin qabneef, fayyaa inni qabu fayyaa isa hin qabnee bira dhaabbachuun waliif hirphuun amala isaati.
Yeroo haalli gargaarsa isa gaafachiisu nama tokko mudatu gareen kora taa’ee rakkoo kana qorata. Rakkoon kun haala humnaa olii taanaan Buusaa Gonofaa heyyama. Haa ta’u malee rakkoon kun dogoggora (fafummaa) namichaan kan uumame taanaan Buusaa Gonofaan hin heyyamamu. Oromoon fafa hin jaallatu. Gargaarsa Gosaa abdatanii maaltu na dhibdeedhaan qabeenyaa ofii qisaseessuun seera miti. Darbee darbee namni loon hedduu yookaan qabeenyaa ga’aa utuu qabuu nama rakkate gargaaruu didee kan rincicu (mataa jabaatu) yoo jiraate gosatu itti buufata. Oromoof rakkoon nama tokko rakkoo gosaati. Gammachuun nama tokkoos gammachuu gosaati. Kanaaf waanuma maraattuu wal cina dhaabbata.
Deggersi Buusaa Gonofaa sadarkaa addaa addatiin geggeffama. Akka cimina rakkoo kanaatti mogolee, maalaa, miiloo fi gosa ta’uu danda’u. Gargaarsi mogolee fi maalaan godhamu rakkoo sadarkaan isaa salphaadha. Gorgaarsi miiloo fi gosaan geggeffamu immoo rakkoo sadarkaan isaanii ulfaatoodha. Kan gargaaru akka humna isaattidha. Nama gargaaramuuf immoo wanti kennamu kan halkan tokko qofaa otoo hin taane kan rakkinicha keessaa isa furuu danda’u ta’uu qaba jedhama. Aadaan wal gargaarsaa saba oromoo bifa kana kan qabuudha. Namni yeroo hundumaa walii isaaf garaa laafummaa qabaachuutu irra jiraata. Bineensota biro fudhannee yoo ilaalleef qomoon tokko qomoo isaatti garaa hin jabaatu. Gamtaan deemu, gamtaan jiraatu, gamtaadhaan nyaatu. Egaa dhalli namaa uumama addaati ofiin jedhu hoo hagam isaan caaluu qabaree?

DHALACHUUN KEE SABABA QABA!
Isaayyaas Ittafaa
Qopheessaa fi giraafiksii barruu
@Eliyas_Asefa
Qindeessaa barruu
@Milkessa_Asfaw
Gulaalaa barruu
@Abdimerga
T.me/labatamagazine
Isaayyaas Ittafaa
Qopheessaa fi giraafiksii barruu
@Eliyas_Asefa
Qindeessaa barruu
@Milkessa_Asfaw
Gulaalaa barruu
@Abdimerga
T.me/labatamagazine
GADI JECHUUN KEE FE'AMUUFII?
Isaayyaas Ittafaa
@labatamagazine
Dhalli namaa bulee oluuf qofa wal'aansoo jireenyaan qabaa olee bula. Ba'aa hin baatamnes baatee tulluu qaari'ee laga ce'aa oola. Koosoo jireenyaa isa akka eebichaa hadhaa'u sana dhandhamaa jiraata. Kun hunduu takaallaa rakkinaa, cancala gadadoo sana of irraa harcaasee bar tokko gammadee jiraachufi gariin immoo har'uma qoonqootti darbatatee buluudhaaf muka rakkinaa yaabee qoraan cabsee, laga rakkinaa seenee, bishaan waraabee, halkaniin itti bulluqaa guyyaadhaan itti qorraa jireenya amma hojjetee amma nyaachuu jiraata. Harkaa gara afaanii. Gariin immoo kana hundumaaf harka kennee gaaddisa rakkinaatti goree maddii harka namaa hambaa qodaarratti hafte alanfatee, bishaan booruu habbuqqatee bula. Kunis jireenya. Boollaa oli fi qananii gidduu Kan jiru hunduu jireenya. Ati garuu yoona nama kaayyooti. Adeemsaa kaayyoo jalqabdee daandii kaayyoorra dhaabbattee barruu kana dubbisaa jirta ta'a. Baga gammadde. Ati carra qabeessadha. Tarii yoona gaaddidduu rakkinaa jala teessee imimmaan rakkinaa xuxxuuxaa dubbisaa jirta ta'a. Abdii hin kutatin barri siif dhufaa. Garuu bakka ati jirtutti Kan siif dhufu golboba rakkinaa qofaadha. Qaamaan yoo socho'uu dadhabde yaadaam bakka jirtuu ka'i. Rakkinaaf gadi hin jedhin. Gadi jechuun kee fe'amuufi.
Gaalli hojjaadhaan baayyee dheertuudha. Lafa dhaabbatanii qaqqabuun hin danda'amu. Garuu gadi jedhi yoo ittiin jette gadi jettee fe'amti. Ba'aa ulfaataa dugdatti baachuuf jilbeenfatti. Eeyyee atis namadha. Namnimmoo mootii rakkinaati. Rakkina ofirratti fe'uuf hin jilbeemfatin. Hojjaan Kee dheeraadha. Rakkinni yoo ati gadi jetteef malee utuuti dhaabbattuu sin qaqqabu. Maarree lafa jirtuu yaadaan ka'i. Adeemi. Eessa dhaquu akka qabdu beeki. Karaa kamtu akka sii baasu yaadi. Tolee? Gaadidduun gadadoo cabbi dhiphinaa rooba. Baala abdii keetii ciree harcaasa. Inni gaaddisa sobaati. Achii erga kaate of duuba hin ilaalin. Inni siif bakka gumaati. Haaluu baafattees itti hin araaramin. Inni siif diina kee bara baraa Isa gasaa ibiddaa siif afee giimii irra si raffiseedha. Madaa Kee isa kaleessaa obsaan wal'aannadhu. Bishaan abdii habbuuqqachaa qajeeli. Karaan si fuulduraa sun galma keetti si geessa. Haalota sinmudatan danda'i. Ejjennoo Kee hin laaffisi. Hidhannoo Kee jabeessi. Gadadoof gadi hin jedhin gadadoof gadi jechuun kee ba'aa fe'achuufi. Gadi hin jedhin gadi jechuun kee fe'amuufi!

Forwarded from Api key buyer admin (Robsu hope)
#Fulbaanee gadhiifameera daawwadhaa!
https://youtu.be/ijMhcIEWyEM
https://youtu.be/ijMhcIEWyEM
https://youtu.be/ijMhcIEWyEM
https://youtu.be/ijMhcIEWyEM
https://youtu.be/ijMhcIEWyEM
https://youtu.be/ijMhcIEWyEM
YouTube
Fulbaanee Fiilmii Afaan OROMOO Gabaabaa Borif Art Team Kan Dhiyaate! New Afan Oromo Short Movie 2020
#Fulbaanee
Raya Studio Tube irratti kan gadhiifamuuf ture Fiilmiin Afaan Oromoo gabaabaa #Fulbaanee #Borif #Media #Tube irratti ni gadhiifama. Nu eegaa
#SUBSCRIBE # LIKE #SHARE
#SUBSCRIBE # LIKE #SHARE
#SUBSCRIBE # LIKE #SHARE
ittiiqaa tafarii, ittiqaa…

LOKO GRAPHICS
We design your dream!
•graphic design
•Business cards
•logo design & much more
Contact us:
Telegram: @Vex_dd
Instagram: @VEX_DD
Phone Number: +251961778350
https://t.me/LOKOGRAPHICS
We design your dream!
•graphic design
•Business cards
•logo design & much more
Contact us:
Telegram: @Vex_dd
Instagram: @VEX_DD
Phone Number: +251961778350
https://t.me/LOKOGRAPHICS