Abbu Tech
52.7K subscribers
9.53K photos
405 videos
148 files
5.14K links
🌟 Stay Ahead in Technology!
πŸ”Ή Get the latest tech news and updates
πŸ”Ή Discover insights and trends in crypto

Join us as we explore the future of tech

Buy ads: https://telega.io/c/Abbu_Tech

CEO: @Abi_Jss
Download Telegram
#Tapswap
3MπŸ€‘

Here we come
πŸ‘26πŸ₯°4❀1
Abbu Tech
Guys Akkam Jirtu Akkuma isinis argaa jirtan Odeeffannoon Waahee tapswap wantoota garagaraatu guyyaa guyyaan beeksifamaa Jira kanaaf immoo hanga Dandeenye waan beeknu irraa Ibsa ga'aa guyyaa Borii video dhaan waan isiniif kenninuuf nu eegaa! Halkan Gaarii…
#TapSwap

Hanga dhumaa dubbisaa...!
----------------------

Airdrop yeroo ammaa jiran keessaa kan yeroo ammaa shakkisaa ta'ee jiru #Tapswap dha

Amma yeroo kanatti waan Gochuu qabdan!

1.Yoo Binance hin qabdan tahe Lakkoofsa biraa itti hin barreessinaa Sababni isaas yoo dhugaa ta'eef booda lakkoofsuma sana qofa irratti qofa deposit isiniif waan tahuuf akkasumaan isin jalaa baduu dandaha

Sababoota Tapwas Shakkisiisaa ta'aniif kana dubbisaa___

Maaliif?

1, Tapswap yeroo Jalqabaaf Solana wajjin Akka hojjetaa Ture Hundi keenya ni beekna
Garuu Solanan Isin hi beeknu jedhuun beeksisee Jira

2, TapSawp Coin keessan dachaa Lama argachuuf Ton 0.5 ykn 1 Deposit Gochuu Akka qaban ajajee Jira

3, Waan community isaanii irratti Maxxansan yeroo yeroon immoo Nii Balleessu

4, Binance keessan waliin connect godhaa jedhame Namoonni Binance hin qabne yeroo Id lakkoofsuma barbaadaan galchan garuu Accept godhamee Jira
kana jechuun Binance Id isaa dhugaa wajjin cross check godhaa Akka isan hin jirre nutti mullisa

Kanaaf yeroo Kamiyyuu akkuma nuti Isinitti himaa turre Airdrop kamiyyuu 100% amantanii qarshiin irraa qaba hin jedhinaa , kana jechuun immoo hunduma shakkaa jechuu miti dhugaa kan ta'an hedduun waan jiruuf jechuudha

Kun Yaada dhuunfaa kootii dha Mee isinis yaada keessan barreessaa!

@Abbu_Tech
@Abbu_Tech
❀29πŸ‘13😁1
#TapSwap

Tapswap irratti Taping guru kan dura yeroo 3 qofa Ture Amma gara 9 tti ol guddatee kanaaf Jabaadhaa hojjedhaa!

Namni hin Eegalle Yoo Jiraate

https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_733724009


@Abbu_Tech
@Abbu_Tech
❀7πŸ‘2
#Tapswap

Namoonni Tapswap irratti Coin keessan 2n baayyisuu barbaadanii garuu immo Ton Ofirkaa dhabdan

Gatii bareedaa dhaan Isiniif kennina
@Abi_Jss
Irratti Barreessaa!

@Abbu_Tech
@Abbu_Tech
❀8πŸ‘3
Abbu Tech
Photo
#TapSwap

Yeroo Ji'a tokkoon hanga July 1 tti dheeratee kan Ture Tapswap Guyyaa har'aa akka xumuramu himameera, garuu wanti isaan irraa dubbatame hanga Ammaatti hin jiru.

Akkasuma Guyyaa Har'aa Ibsa Nii kennu jedhamee Eegama!

Amma Yeroo kanatti nuti kan Gochuu dandeenyu tilmaama keenya kaa'uu qofa Isinis immoo dubbistanii Yaadoota keessan barreessuudha!

Mee Itti haa fufnu....!

Dubbisaa!

Tapswap Guyyaa Har'aa Ibsa baldhaa Nii Kenna jedhamee Eegama keessumattuu galgala Har'aa xumurama jedhanii waan turaniif guyyaa Harraa waan tokko Nii dubbatu jedhee hundumtuu abdiin eegaa jira


Guyyaa Har'aa List ta'a jechuun harruma coin arganne gara qarshiitti jijjiirrachuu dandeenya jechuu miti

Hundumtuu Step by step deema

Tarii Guyyaa Har'aa booda Coin nuti qabnu Gara Tokens tti jijjiiruuun ykn 000 irraa balleessuuu dhaan Kan Nuti quba keenyaan Tap Tap goonu cufanii Akka Task qofa hojjennu Gochuu danda'u akkuma Avacoin jechuudha! 🀷 β™‚

Tarii immoo Guyyoota 7-14 dabaluu Illee Nii danda'u hanga Ammaatti Ibsa baldhaa waan hin kennin jiraniif Tilmaamuu qofa malee Kallattiidhaan dubbachuu hin dandeenyu

Amma yeroo kanatti TapSwap sobadha jechuu hin dandeenyu Sababni isaas Ragoota dhugaadha isa jechisiisan baayyee waan qabuufi

So....Waan jiru hundumaa hordofaa jirra waanti haaraan akkuma maxxanfameen isin biraan geenya

July 1 Galgala Sa'atii 6 booda xumurama! Akkasitti beekuu dhaan obsaan nu eegaa...!

Amma dhumaatti waan dubbistaniif Galatoomaa



βœ… Afaan Keenyaan Teknooloojjii haa barannu! πŸ‘‹

πŸ‘‡πŸ‘‡OUR YOUTUBE CHANNEL πŸ‘‡πŸ‘‡

https://www.youtube.com/@Urjiinet


#Share

@Abbu_Tech
@Abbu_Tech
❀60πŸ‘34πŸ‘Ž3πŸ‘2πŸ”₯1
🚨REPOST #TapSwap

Yeroo Ji'a tokkoon dura July 1 tti dheeratee kan Ture Tapswap Guyyaa har'aa akka xumuramu himameera, garuu wanti isaan irraa dubbatame hanga ammaatti hin jiru.

Torbanoota muraasa dura Twitterin marii Live TON qopheessee irratti July 1 coinoota mine gochuun akka hin xumuramnee fi yeroo dhihootti garuu akka xumuramu bakka bu'aan Tapswap Livecharratti hirmaate dubbatee ture.

Bybit>July 1 tapswap Bybit irratti akka list tahu dubbatee ture garuu Tapswap waan jedhan jiraachuu baatus.

⚠️Guyyaa Har'aa List ta'a jechuun harruma coin arganne gara qarshiitti jijjiirrachuu dandeenya jechuu miti osoo akka isaan jedhan July 1 xumurama tahes list taha miti coinoota walitti qabachuutu xumurama Al tokkotti list hin tahu.

Hundumtuu Step by step deema.

Tapswap scam akka hin taane kan nutti agarsiisu keessaa inni guddaan TON irratti launch akka tahu lamaan isaaniyyuu beeksisuu isaaniti kanaaf obsaan eegaa. Oduulee haaraa jiran isin biraan kan geenyu taha.


#Share

@Abbu_Tech
@Abbu_Tech
πŸ‘52πŸ‘Ž16
#TAPSWAP

πŸ†• Tapswap irratti taskoonni haaraa gadhifamanii jiru.

πŸ”‘CODE ➑️ 030072
[Yoo isin dide video sana haga dhumaatti ilaalaa].

@abbu_tech
@abbu_tech
πŸ‘39πŸ₯°2πŸ‘2❀1
#TAPSWAP

πŸ†• Tapswap irratti taskoonni haaraa gadhifamanii jiru.

1. Cinema jalaa --πŸ”‘CODE ➑️ 739551
[Yoo isin dide video sana haga dhumaatti ilaalaa ykn irra daddabarsun haga xumuraatti ilaalaa].

2. Special jalaa argattu 500k coin .YouTube subscribe gochuudha.

@abbu_tech
@abbu_tech
πŸ‘19πŸ₯°5πŸ”₯2❀1
#Tapswap new task πŸ‘‡πŸ‘‡

β˜‘οΈ Learn 10 New Crypto Terms
πŸ”‘ Code -> collateral


@abbu_tech
πŸ‘15
#Tapswap new task
β˜‘οΈ Top 10 crypto billionaires 2024
πŸ”‘ Code-L6SE704V81

@abbu_tech
πŸ‘25❀4
#Tapswap New Task Code

Title: Watch video

Code : liveness

After Get in to youtube Wait for 5 min and try it.

@Abbu_Tech
@Abbu_Tech
πŸ‘10❀5
#tapswap_code

βœ…|| koodii har'aa πŸ‘‰ D5784VHPC377

@Abbu_Tech
πŸ‘13πŸ€”3🫑2
New TapSwap Video Cod πŸ—“ 1Aug
#TapswapπŸ€–

10 Websites That Will Pay You
keylogger 


Tapswap Internal news
1T75S7 

Get Paid +$750 EVERY 20 Minutes
scaling 

Why are people going crazy for NFTs ? What's making digital tokens So popular

2NV4Z

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Abbu_Tech
@Abbu_Tech
πŸ‘10❀5
πŸ€‘Some task Codes of tapswap

πŸ”† Code TapSwap:#TapSwap

πŸ“±Task: Make Your First $100,000
Answer: moon

πŸ“±Task: Travel and Earn Money
Answer: bag

πŸ“±Task: 50$ Per Survey + Instant...
Answer: dumping

πŸ“±Task: High Paying Micro Task...
Answer: custody

πŸ“±Task: Make Money Playing...
Answer: monopoly

πŸ“±Task: 7 Best Cash Back Apps
Answer: gwei

πŸ“±Task: Avoid this To Become Rich
Answer: libp2p

πŸ“±Task: Earn $300/Daily From Bi...
Answer: jager

πŸ“±Task: 15 Powerful Secrets to... 
Answer: long

πŸ“±Task: 10 Best Budgeting Apps
Answer: node

πŸ“±Task: Sell Your Photos for $5...
Answer: scam

πŸ“±Task: 10 Best Dropshipping Ni..
Answer: perpetual

πŸ“±Task: 10 Habits of Millionaires 
Answer: mainnet

πŸ“±Task: Make $755 While You Sleep
Answer: quorum

πŸ“±Task: 7 Laziest Ways to Make ...
Answer: replay

πŸ“±Task: How To Make $12,000/month
Answer: lambo

πŸ“±Task: TapSwap Education. Part 2
Answer: 5UY4W1

πŸ“±Task: How To Spot 100X Altcoin
Answer: lachesis

πŸ“±Task: Start Your Business Under $100
Answer: liquid

πŸ“±@ABBU_TECH
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ‘18❀2πŸ‘2πŸ”₯1πŸŽ‰1
πŸͺ™ Codes for new tasks in #Tapswap cinema section

πŸͺ™ loser $20,000 A Month From UGC

πŸͺ™ winner Creating Virtual Escape Rooms

πŸͺ™ windows Get Your Dream Job


⚑️@Abbu_Tech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ‘6πŸ”₯3❀1
#TAPSWAP #Crypto #Airdrop #Update

πŸ”ƒ TAPSWAP has announced on their COMMUNITY channel that they will soon announce the LISTING DATE

πŸ“£ There will also be a TON PRIZEPOOL worth $50,000 (distributed to the community).

❓ ANYONE STILL WORKING TAPSWAP?
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ‘34😭11❀5πŸ”₯4πŸ‘€1
⚑️ All Videos for Jan 7 from #TapSwap  ⚑️

● Winning Markwting Strategy - f5kt
● Unlock Your Productivity - wsct7
● Created a Budget - g1mg
● Financial Goals - x4lh
● Seasonal Products - dd1h
● Hidden Profits - gov2
● Unlock Career Opportunities - r8a6
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ”₯9πŸ‘7❀5πŸ₯°1
⚑️ All Videos from #TapSwap  for 12 Jan ⚑️

● Maximize Your Time - w25gc
● Marketing Plan for Your Business - e2yt
● Trending Products - 8zts
● Google Books and AI Combined - hnsu
● Leverage LinkedIn - rt49
● Profitable Clothing Line - is8n
● Create and Monetize - ncns
● Tips for New Entrepreneurs - adtn

TGE January 23rd
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀7πŸ‘4πŸ’―1
⚑️ Videos from #TapSwap  for Jan 13 ⚑️

● Craft An Online Portfolio - eq4d
● Build A Website Easily -  ct39
● Financial Goals - s3vr
● Save More With Less - tf8m
● Maximize Your Time - w25gc
● Low-Cost Franchises - tfgk
● Al Dropshipping - is1p
● Life Lessons I Learned - qrze
● Marketing Plan for Your Business - e2yt

TGE January 23rd
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀2πŸ‘2πŸ”₯2
Ohh❀️.

$TAPS (#TAPSWAP) Blochain Ton Osoo hin taane BNB chain irratti list akka ta'u fuula X (Twitter) isaanii irratti dubbatanii jiru

Kun Dhugaa Taanan Binance Irratti List ni ta'a.

Nama Meeqan keenyatu Post isaanii irratti React Kolfaa kennaa ture😳

Waan Kun Garamitti deema laataπŸ˜‚


✈️@Abbu_Tech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ‘18πŸ”₯8❀6πŸ₯°1🀩1