Abbu Tech
52.7K subscribers
9.53K photos
405 videos
148 files
5.14K links
🌟 Stay Ahead in Technology!
πŸ”Ή Get the latest tech news and updates
πŸ”Ή Discover insights and trends in crypto

Join us as we explore the future of tech

Buy ads: https://telega.io/c/Abbu_Tech

CEO: @Abi_Jss
Download Telegram
#Crypto_Currency
Crypto Currency jechuun maallaqa dijitaalaa namoonni baankii ykn dhaabbilee faayinaansii osoo isaan hin barbaachisin kanneen akka kaffaltii fi daldala karaa online ittiin raawwataniidha. Kana jechuun kaffaltii fi daldalli kun kan mootummaan hin to'atamnedha.

Akka websiten CoinMarketCap bara 2023 gabaaseetti yeroo kana crypto currency 23000 ol gabaarra kan jiran tahu beeksisee jira.

Crypto currency inni jalqabaa #Bitcoin yeroo tahu gabaa amma jiruun Bitcoin 1=69000$πŸ’°


@abbu_tech
@abbu_tech
πŸ‘19πŸ”₯5
Hamster kombat Daily chiper Miliyoona 1 kan guyyaa Har'aa haala video Gabaabaa as irraa kanaan argattu



W = β€’_ _
A = β€’ _
L =β€’_β€’β€’
L =β€’_β€’β€’
E =β€’
T = _

https://youtube.com/shorts/u7zohnigwsE?si=bOcbc2El8-iOY6K_
πŸ‘15πŸ”₯3πŸ₯°1
⚑️ Rocky Rabbit September 23 sa'ati 11:00 irratti List ni ta'a, Garu Airdrop kana irratti qualify ta'uf waantota kana 3n gochu qabdu jedhaniru:

➑️ Connect Wallet
➑️ Make a Ton transaction (0.5 Ton kaffalu)
➑️ Subscribe to their channel

What happens if I don’t complete the eligibility tasks?
πŸ”₯If the eligibility tasks are not completed, your tokens will be burned.

πŸ†“ You won’t need to worry about network fees when receiving the airdrop. The network fee will be covered by us, and tokens will be distributed based on priority and eligibility timing


Timeline:
βœ…Sep 20: End of eligibility tasks deadline.
πŸ”’Sep 21: Record all qualified users.
🎁Sep 22: Distribution of $RBTC airdrop tokens.
πŸ“·Sep 23: $RBTC will be listed on major CEXs.
πŸ‘›Sep 23: RabBitcoin withdrawals will open.
πŸ™‚Sep 24: Release a new season of P2E.


πŸ”£πŸ”£πŸ”£ @rocky_rabbit_bot


✈️ @Abbu_Tech #airdrop #crypto
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ‘13❀2πŸ‘1
πŸ€‘ X Empire Investment Funds
         πŸ“† Date: September 15 (2024)
         πŸ“ Start ➑️ City ➑️ Investments

πŸ”Ή Riddle of the Day: Ledger
πŸ”Έ Rebus of the Day: Recession

πŸ“Ί Get YouTube Codes

✈️ @Abbu_Tech #airdrop #crypto #Telegram
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ‘14πŸ‘5πŸ”₯3❀2
πŸ€‘ X Empire Investment Funds
         πŸ“† Date: September 16 (2024)
         πŸ“ Start ➑️ City ➑️ Investments

πŸ”Ή Riddle of the Day: Block
πŸ”Έ Rebus of the Day: Segmentation

πŸ“Ί Get YouTube Codes

✈️ @Abbu_Tech #airdrop #crypto #Telegram
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ‘10
Waa'ee Airdrop kan isin bekku qabdan:

Airdrop addunyaa cryptocurrency kessatti kan beekkamti guddaa argatte fi Token haaran yeroo dhufuu Token sana beeksisuuf fayyadamtottaf Percentii kan kennu dha.

Raabsiin kun haal-duree tokko malee ta’uu danda’a ykn hirmaattonni gochoota murtaa’an kanneen akka barruu oduu irratti galmaa’uu maallaqa kirpitoo biraa hamma murtaa’e qabachuu, ykn pirojekticha miidiyaa hawaasaa irratti beeksisuu akka raawwatan gaafachuu danda’a.

Haata'u malee Airdrop tokko tokkoo waadaa galan hojji irra hin olchaan, kaan Token low value ta'an kennu, kaan hirmaatota hundumaf hin kennan, kaan immoo Scam ta'udhan achumaan hafu.

Yeroo kana jennu immoo hundumtu dhugaa miti jechu miti, Airdrop potential garri qabaniifi amanamoo ta'aan jiruu, bayyen kessanis hojjetani qarshii iraa argatanii jirtu!

Airdrop yeroo hojjenu kan nuti ilaalu qabnu team project sana, Tokenomics, idea project sana fi wantoota specific ta'an jirachu danda'u.

Team yeroo jennu hundesitota project jechu kenya, addunyaa crypto kessa hangam akka isa turan, fudhatamama hangami akkasan qaban, hojii barreda maal hojjetani bekku isa jedhu dha.
Kana siriti adda baasnan irati hirmaachuu hin dandenya.
Fkn: Blum yoo fudhanne hundessa isa iraa jalqabe hanga Department hunda isanitti accounti Twiter (X) bekkama ta'e qabu. Maqaan isani fi ga'een isan project kessatti qaban ifaati bekkama dha.

Hamster Kombat yeroo ilaalu immoo Telegram dhan Support ta'u Iran kan hafe Team yoo qabateyu eenyu akka isan ta'an hin bekkamu. dhugaa dubbachuf August 26 (almost ji'a 1 dura) Hamster iraa akka bayye egu hin qabne fi Airdrop irati Focus gochu qabdan barresine ture ammas Airdrop admin hundi irati wali gale isiniif gadhifama.

Hamster fi Blum akka fakkeenyaatti fudhanne male project hunduma kana duwa irati hundoofne garridha garri miti jechu hin dandenyu, kun yaada nama iratis gara gara, waa'ee Tokenomics fi idea project wajjin ilaala demna.

Itti dabaluudhan Airdrop kaminiyyuu 100% dhugadha jechun hin ulfaata, kana malees Airdrop iraa bayyen Argadha jetaani hin abdatina, hin bekkamu $1_$100+ argachu dandessu, Nutis hanga dandeenye Airdrop amanamoo isiniif gadhisna.(EXPECTATION KILLS YOUR HAPPINESS). πŸ›

So Guys in Short Don't Expect To Much Do it Only on Your Free time If it Give Good money that's good if it Doesn't Don't panic airdrops are just the beginning

Learn more about crypto dive in to it You will make a lot of money

Don't expect to much From any airdrop

✈️ @Abbu_Tech #airdrop #crypto
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ‘56❀6πŸ‘4
🏦 National Bank of Bahrain Launches First Bitcoin Fund
NBB introduced the Gulf's first Bitcoin investment fund with 100% capital protection for institutional investors, aiming to meet the rising demand for digital assets.

#CryptoπŸ’ͺ

✈️@Abbu_Tech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ‘6πŸ₯°2❀1
#TAPSWAP #Crypto #Airdrop #Update

πŸ”ƒ TAPSWAP has announced on their COMMUNITY channel that they will soon announce the LISTING DATE

πŸ“£ There will also be a TON PRIZEPOOL worth $50,000 (distributed to the community).

❓ ANYONE STILL WORKING TAPSWAP?
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ‘34😭11❀5πŸ”₯4πŸ‘€1
Blum Session 2 akkam goona?
Haala kamiin Token Launch goona
Haala kamiin trade goona?

Deebii hunda video kana keessaa ni argattu!

https://youtu.be/YNVtHggXHlM?si=Sn0RIAG2uSBmAl9l
πŸ‘7❀1πŸ”₯1
⭐Unich Project Akkaata isaa hunda ilaalluu dandeessu. ✌️

How to Join Unich Airdrop Campaign: Complete Guide | Earn Up To 500M
$UN
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

https://linktw.in/EHZNMO
https://linktw.in/EHZNMO

β–±β–±β–±β–±β–±β–±β–±β–±β–±β–±β–±β–±β–±


β­πŸ” πŸŸ’πŸ” πŸŸ’πŸ” 

Unich 🀝 BNB
Unich 🀝 sui
Unich 🀝 solana

Confirmed ✌️

βž₯Hanga ammaati hin jalqabne yoo ta'e yeroo qabdu. go

https://unich.com/en/airdrop/sign-up?ref=JDQBV9j0fy

Referral Code:
JDQBV9j0fy


πŸ˜‡πŸ˜‡πŸ˜‡πŸ˜‡πŸ˜‡πŸ˜‡πŸ˜‡πŸ˜‡
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀6πŸ‘3
#CRYPTO πŸ”₯
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ‘10❀3
Ambassador Credit Score YKN ( ACS ) Maalidha.?

https://linktw.in/iPQgir
https://linktw.in/iPQgir


Gaaffii keessaniif deebiin kunooti
❀5πŸ₯°2
Forwarded from Dare Tube πŸ…
🚨πŸ”₯ STRKBTC FAUCET REGISTRATION IS OPEN! πŸ”₯🚨
⏰ Registration is open for only 24 hours!
🎁 Get up to $100 worth of STRKBTC through the faucet.

https://x.com/Starknet

⚑️ The faucet is limited, so act fast!
πŸ“ HOW TO JOIN
1️⃣ 🌐 Visit the STRKBTC Faucet

https://t.co/UYnuUpzZaL
2️⃣ πŸ”— Connect your X account
3️⃣ 🟠 Connect your Xverse wallet
4️⃣ πŸ‘› Don’t have Xverse? Download and set up the wallet first

https://chromewebstore.google.com/detail/xverse-bitcoin-crypto-wal/idnnbdplmphpflfnlkomgpfbpcgelopg?hl=en-US&utm_source=ext_sidebar

5️⃣ πŸ” Connect your wallet and complete the setup
6️⃣ βœ… Register β€” Done!
⏳ Results will be available after 7 days.
Until then, simply wait for the results. πŸ•
⚠️ Important: Never share your wallet seed phrase, private key, or password with anyone.
πŸš€ Don’t wait until the last minute β€” registration is limited to 24 hours!
#Starknet #STRKBTC #Bitcoin #Crypto
❀6