Maatii ABBU TECH akkam jirtu. Waa'ee airdropoota telegram kanarra deemaa jiranii waantota hubachuu qabdan isiniif qoodna post kana πππ
#AIRDROP
β‘οΈKutaa 1 Airdropoota kanneen akka tapswap, mnemonic, hamster kombat fi kanneen biroo dhibbaa dhibba list tahani isiniif kaffaluu jechuun nii ulfaata kanaaf waan nuti isin gorsinu parsantii π― warri of amansiistan ammumma dhiisaa garuu hojjechuu dhiisaa jechuu keenya miti yeroo hojjettan garuu aidrop tokko qofaan hin hojjetinaa amma dandeessan warroota nuti isiniif gaddhiisaa jiru kana hojjedhaa.
#Notcoin list taheera eeyyee garuu aidropoonni warri kaanis list ni tahu waanti beekame hin jiru.
Dhaabbanni #Telegram fayyadamtoota isaa 2025tti gara fayyadamtoota >1.5B gochuu barbaada akkusamas platformoota kanneen akka TikTok,YouTube wajjin waldorgomuu fi kaayyoo isaa kanaaf immoo akka online work tahe karaa namoonni qarshii itti argatan qopheessee NOTCOIN list godhe jira.
#Share
@abbu_tech

π5π₯1
Abbu Tech
Maatii ABBU TECH akkam jirtu. Waa'ee airdropoota telegram kanarra deemaa jiranii waantota hubachuu qabdan isiniif qoodna post kana πππ #AIRDROP β‘οΈKutaa 1 Airdropoota kanneen akka tapswap, mnemonic, hamster kombat fi kanneen biroo dhibbaa dhibba list tahaniβ¦
βοΈKutaaβ‘οΈ2. Notcoin list tahe akka legit tahe nutti agarsiise jira garuu aidropoonni hundi legitidha jechuu hin dandeenyu #scam kan tahan jiraachuu malu.
#NOTCOIN osoo hin hojjettin isin jala darbee warri gaabbitan carraa kanatti fayyadamuu qabdu dhaabbanni #Telegram fayyadamtoota isa baayyisuuf namoota miiliyoonootan ofitti harkisuuf airdropoota kana akka deeggaruullee odeefannoowwan ni jiru.
β‘οΈKanaaf maatiin ABBU TECH carraan kun akka isin hin darbinee aidropoota nuti isinii gaddhiisnee jalqabaa.πβ€οΈπ
#share

β€10π2
#Telegram_Wallet
Telegram wallet yeroo kana namoonni baay'ee fayyadamuu irraa kan ka'e walletin namoota hedduu block tahe jira obsaan eeggadhaa overload taheetu ni sirrata.

π11π1
πTON wallet maaloodha?
πTON(The Open Network) kanaan dura Telegram Open Network jedhamu Kun platform blockchain kan telegram qopheesse yeroo tahu coinoota TON kufachuuf ittiin daldala addaa addaa ittiin raawwachuuf akka gargaaranif blockchain qophaaedha.
π TON wallet kan inni of jalatti qabatu appoota kanneen akka #telegram_(telegram_wallet), #Tonkeeper, #TonHub, #MyTonwallet fi kanneen biroollee jiru.
βοΈFakkeenyaaf Airdroppiin #notcoin list tahee yeroo xumurame kan nuti notcoin keenya bot notcoinirraa deposit itti goone walletoota TON warra tahan kan akka #telegram_wallet, #Tonkeeperfaarratti .
Ergasii booda yoo wallet keenya verify tahe #telegram_wallet fayyadamuun ykn platformoota jijjiirraa crypto currency warra tahan akka #binancefaatti erguun notcoin keenya gurgarachuu akkasumas bituuf ittiin gargaaramneerra ammas itti gargaaramaa jirra. Isa kamtu bareedaadha #telegram_wallet or #binance gurguruuf binance bareedaadha. .....

π8
Abbu Tech
πTON wallet maaloodha? πTON(The Open Network) kanaan dura Telegram Open Network jedhamu Kun platform blockchain kan telegram qopheesse yeroo tahu coinoota TON kufachuuf ittiin daldala addaa addaa ittiin raawwachuuf akka gargaaranif blockchain qophaaedha.β¦
Akkamitti qarshii #Telegram_walletrraa qabdan #Tonkeeperirraa akka jiraatu gootu yeroo biraa kan ilaallu taha
π Warreen gubbaatti ππka'e kun fuldurri app isaanii addaa adda haa tahan malee walfakkeenya qabu. Fakkeenyaaf yeroo #Hamster_Kombat connect gochuuf jettanπ connect your TON wallet jechuun filannoo kanneen akka #telegram_wallet #Tonkeeper, #MyTonwallet isiniif fida warreen kana keessa tokkorratti yoo connect gootan rakkoo hin qabu hundumtisaanniyyuu TON wallet jalatti argamu.
π Toncoin bitachuu yoo barbaaddan platform jijjiirraa crypto currency warra tahan #OKX, #By_bit, #Kucoinfaarra akkasumas #telegram_wallet argachuu dandeessu gatiin isaa dhaabbataa tahu baatus 1TON=7$-8$ taha yeroo ammaa.
#Telegram_wallet hin banannee yoo tahe @wallet seenuun start godhaa banadhaa. Appoota Kanneen akka #Tonkeeper play storerraa buufattu.
πΉ Hamster Kombat profit per hour moo baayyina coin?
Kana irra deddeebiin dubannee jirra akkuma isaan jedhan profit per hour fi dalagaawwan addaa addaa dhumarratti ilaallu qabna jedhaniiru malee hanga coin miti.
Kaardoonni profit per hour sirriitti qaban warreen kami π

π16
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π18π₯°4π±1
πΉ Riddle of the Day:
LedgerπΈ Rebus of the Day:
RecessionPlease open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π14π5π₯3β€2
πΉ Riddle of the Day:
BlockπΈ Rebus of the Day:
SegmentationPlease open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π10
βοΈ Welcome early adopters.π₯
Celebrating the opening of the beta version of our Telegram game.we proceed Special airdrops will be given to all users who register EVM wallet.
πGoing to participate in the BL Airdrop eventπ
πhttps://t.me/blockstreetGL/91
π₯Fun, Learn, Earn, and get massive amount of rewards $BNB, $BL and $xBL in ranks!
πΈ Prize Structure
π₯ 1st place: 10 $BNB
π₯ 2nd place: 6 $BNB
π₯ 3rd place: 5 $BNB
β‘οΈ 4th place: 4 $BNB
β‘οΈ 5th place: 3 $BNB
β‘οΈ 6th-10th places: 500 $BL
β‘οΈ 11st-20th places: 300 $BL
β All users who register their wallets. : Special AirdropπΈ
β€΄οΈ Earn $xBL More
β Open BlockStreetBot and press START
β Invite Frens and get 50 $xBL each
β More invited, more $xBL rewarded!
π° 2W, ~9th DEC 18:00 (UTC+9)
π° Rewards will airdrop within 3 days from ends
#BNB #BNBecosystem #Tap2Earn #Airdrop #Telegram app

Kana Beektuu?
#Telegram'n maallaqani inni qabu $30B+ fi hojjettoota 30 qofa kan qabu yemmuu tahu hojjettooni kun hundi mana isaanii taahanii hojjetu because telegram'n biiroo(mana hojii) hin qabuπ± π
#Telegram'n maallaqani inni qabu $30B+ fi hojjettoota 30 qofa kan qabu yemmuu tahu hojjettooni kun hundi mana isaanii taahanii hojjetu because telegram'n biiroo(mana hojii) hin qabu
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π±31π€©7π4π3π3π
1