Abbu Tech
52.7K subscribers
9.54K photos
405 videos
148 files
5.14K links
🌟 Stay Ahead in Technology!
🔹 Get the latest tech news and updates
🔹 Discover insights and trends in crypto

Join us as we explore the future of tech

Buy ads: https://telega.io/c/Abbu_Tech

CEO: @Abi_Jss
Download Telegram
#Telegram_Wallet

Telegram wallet yeroo kana namoonni baay'ee fayyadamuu irraa kan ka'e walletin namoota hedduu block tahe jira obsaan eeggadhaa overload taheetu ni sirrata.
👍11👎1
💎TON wallet maaloodha?

💎TON(The Open Network) kanaan dura Telegram Open Network jedhamu Kun platform blockchain kan telegram qopheesse yeroo tahu coinoota TON kufachuuf ittiin daldala addaa addaa ittiin raawwachuuf akka gargaaranif blockchain qophaaedha.

💎 TON wallet kan inni of jalatti qabatu appoota kanneen akka #telegram_(telegram_wallet), #Tonkeeper, #TonHub, #MyTonwallet fi kanneen biroollee jiru.

✔️Fakkeenyaaf Airdroppiin #notcoin list tahee yeroo xumurame kan nuti notcoin keenya bot notcoinirraa deposit itti goone walletoota TON warra tahan kan akka #telegram_wallet, #Tonkeeperfaarratti .

Ergasii booda yoo wallet keenya verify tahe #telegram_wallet fayyadamuun ykn platformoota jijjiirraa crypto currency warra tahan akka #binancefaatti erguun notcoin keenya gurgarachuu akkasumas bituuf ittiin gargaaramneerra ammas itti gargaaramaa jirra. Isa kamtu bareedaadha #telegram_wallet or #binance gurguruuf binance bareedaadha. .....

@abbu_tech
@abbu_tech
👍8
Abbu Tech
💎TON wallet maaloodha? 💎TON(The Open Network) kanaan dura Telegram Open Network jedhamu Kun platform blockchain kan telegram qopheesse yeroo tahu coinoota TON kufachuuf ittiin daldala addaa addaa ittiin raawwachuuf akka gargaaranif blockchain qophaaedha.…
Akkamitti qarshii #Telegram_walletrraa qabdan #Tonkeeperirraa akka jiraatu gootu yeroo biraa kan ilaallu taha

📌 Warreen gubbaatti 👆👆ka'e kun fuldurri app isaanii addaa adda haa tahan malee walfakkeenya qabu. Fakkeenyaaf yeroo #Hamster_Kombat connect gochuuf jettan📎 connect your TON wallet jechuun filannoo kanneen akka #telegram_wallet #Tonkeeper, #MyTonwallet isiniif fida warreen kana keessa tokkorratti yoo connect gootan rakkoo hin qabu hundumtisaanniyyuu TON wallet jalatti argamu.

💎 Toncoin bitachuu yoo barbaaddan platform jijjiirraa crypto currency warra tahan #OKX, #By_bit, #Kucoinfaarra akkasumas #telegram_wallet argachuu dandeessu gatiin isaa dhaabbataa tahu baatus 1TON=7$-8$ taha yeroo ammaa.
#Telegram_wallet hin banannee yoo tahe @wallet seenuun start godhaa banadhaa. Appoota Kanneen akka #Tonkeeper play storerraa buufattu.

🐹 Hamster Kombat profit per hour moo baayyina coin?
Kana irra deddeebiin dubannee jirra akkuma isaan jedhan profit per hour fi dalagaawwan addaa addaa dhumarratti ilaallu qabna jedhaniiru malee hanga coin miti.

Kaardoonni profit per hour sirriitti qaban warreen kami 🔜

@abbu_tech
👍16