Abbu Tech
52.7K subscribers
9.54K photos
405 videos
148 files
5.14K links
🌟 Stay Ahead in Technology!
πŸ”Ή Get the latest tech news and updates
πŸ”Ή Discover insights and trends in crypto

Join us as we explore the future of tech

Buy ads: https://telega.io/c/Abbu_Tech

CEO: @Abi_Jss
Download Telegram
Maatii ABBU TECH akkam jirtu. Waa'ee airdropoota telegram kanarra deemaa jiranii waantota hubachuu qabdan isiniif qoodna post kana πŸ‘πŸ‘πŸ‘
#AIRDROP
➑️Kutaa 1 Airdropoota kanneen akka tapswap, mnemonic, hamster kombat fi kanneen biroo dhibbaa dhibba list tahani isiniif kaffaluu jechuun nii ulfaata kanaaf waan nuti isin gorsinu parsantii πŸ’― warri of amansiistan ammumma dhiisaa garuu hojjechuu dhiisaa jechuu keenya miti yeroo hojjettan garuu aidrop tokko qofaan hin hojjetinaa amma dandeessan warroota nuti isiniif gaddhiisaa jiru kana hojjedhaa.

#Notcoin list taheera eeyyee garuu aidropoonni warri kaanis list ni tahu waanti beekame hin jiru.

Dhaabbanni #Telegram fayyadamtoota isaa 2025tti gara fayyadamtoota >1.5B gochuu barbaada akkusamas platformoota kanneen akka TikTok,YouTube wajjin waldorgomuu fi kaayyoo isaa kanaaf immoo akka online work tahe karaa namoonni qarshii itti argatan qopheessee NOTCOIN list godhe jira.
#Share
@abbu_tech
@abbu_tech
πŸ‘5πŸ”₯1
Abbu Tech
Maatii ABBU TECH akkam jirtu. Waa'ee airdropoota telegram kanarra deemaa jiranii waantota hubachuu qabdan isiniif qoodna post kana πŸ‘πŸ‘πŸ‘ #AIRDROP ➑️Kutaa 1 Airdropoota kanneen akka tapswap, mnemonic, hamster kombat fi kanneen biroo dhibbaa dhibba list tahani…
✍️Kutaa➑️2. Notcoin list tahe akka legit tahe nutti agarsiise jira garuu aidropoonni hundi legitidha jechuu hin dandeenyu #scam kan tahan jiraachuu malu.
#NOTCOIN osoo hin hojjettin isin jala darbee warri gaabbitan carraa kanatti fayyadamuu qabdu dhaabbanni #Telegram fayyadamtoota isa baayyisuuf namoota miiliyoonootan ofitti harkisuuf airdropoota kana akka deeggaruullee odeefannoowwan ni jiru.

➑️Kanaaf maatiin ABBU TECH carraan kun akka isin hin darbinee aidropoota nuti isinii gaddhiisnee jalqabaa.πŸ‘β€οΈπŸ‘

#share
@abbu_tech
@abbu_tech
❀10πŸ‘2
#Telegram_Wallet

Telegram wallet yeroo kana namoonni baay'ee fayyadamuu irraa kan ka'e walletin namoota hedduu block tahe jira obsaan eeggadhaa overload taheetu ni sirrata.
πŸ‘11πŸ‘Ž1
πŸ’ŽTON wallet maaloodha?

πŸ’ŽTON(The Open Network) kanaan dura Telegram Open Network jedhamu Kun platform blockchain kan telegram qopheesse yeroo tahu coinoota TON kufachuuf ittiin daldala addaa addaa ittiin raawwachuuf akka gargaaranif blockchain qophaaedha.

πŸ’Ž TON wallet kan inni of jalatti qabatu appoota kanneen akka #telegram_(telegram_wallet), #Tonkeeper, #TonHub, #MyTonwallet fi kanneen biroollee jiru.

βœ”οΈFakkeenyaaf Airdroppiin #notcoin list tahee yeroo xumurame kan nuti notcoin keenya bot notcoinirraa deposit itti goone walletoota TON warra tahan kan akka #telegram_wallet, #Tonkeeperfaarratti .

Ergasii booda yoo wallet keenya verify tahe #telegram_wallet fayyadamuun ykn platformoota jijjiirraa crypto currency warra tahan akka #binancefaatti erguun notcoin keenya gurgarachuu akkasumas bituuf ittiin gargaaramneerra ammas itti gargaaramaa jirra. Isa kamtu bareedaadha #telegram_wallet or #binance gurguruuf binance bareedaadha. .....

@abbu_tech
@abbu_tech
πŸ‘8
Abbu Tech
πŸ’ŽTON wallet maaloodha? πŸ’ŽTON(The Open Network) kanaan dura Telegram Open Network jedhamu Kun platform blockchain kan telegram qopheesse yeroo tahu coinoota TON kufachuuf ittiin daldala addaa addaa ittiin raawwachuuf akka gargaaranif blockchain qophaaedha.…
Akkamitti qarshii #Telegram_walletrraa qabdan #Tonkeeperirraa akka jiraatu gootu yeroo biraa kan ilaallu taha

πŸ“Œ Warreen gubbaatti πŸ‘†πŸ‘†ka'e kun fuldurri app isaanii addaa adda haa tahan malee walfakkeenya qabu. Fakkeenyaaf yeroo #Hamster_Kombat connect gochuuf jettanπŸ“Ž connect your TON wallet jechuun filannoo kanneen akka #telegram_wallet #Tonkeeper, #MyTonwallet isiniif fida warreen kana keessa tokkorratti yoo connect gootan rakkoo hin qabu hundumtisaanniyyuu TON wallet jalatti argamu.

πŸ’Ž Toncoin bitachuu yoo barbaaddan platform jijjiirraa crypto currency warra tahan #OKX, #By_bit, #Kucoinfaarra akkasumas #telegram_wallet argachuu dandeessu gatiin isaa dhaabbataa tahu baatus 1TON=7$-8$ taha yeroo ammaa.
#Telegram_wallet hin banannee yoo tahe @wallet seenuun start godhaa banadhaa. Appoota Kanneen akka #Tonkeeper play storerraa buufattu.

🐹 Hamster Kombat profit per hour moo baayyina coin?
Kana irra deddeebiin dubannee jirra akkuma isaan jedhan profit per hour fi dalagaawwan addaa addaa dhumarratti ilaallu qabna jedhaniiru malee hanga coin miti.

Kaardoonni profit per hour sirriitti qaban warreen kami πŸ”œ

@abbu_tech
πŸ‘16
βœ‰οΈ Happy birthday #Telegram πŸŽ‰
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ‘18πŸ₯°4😱1
πŸ€‘ X Empire Investment Funds
         πŸ“† Date: September 15 (2024)
         πŸ“ Start ➑️ City ➑️ Investments

πŸ”Ή Riddle of the Day: Ledger
πŸ”Έ Rebus of the Day: Recession

πŸ“Ί Get YouTube Codes

✈️ @Abbu_Tech #airdrop #crypto #Telegram
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ‘14πŸ‘5πŸ”₯3❀2
πŸ€‘ X Empire Investment Funds
         πŸ“† Date: September 16 (2024)
         πŸ“ Start ➑️ City ➑️ Investments

πŸ”Ή Riddle of the Day: Block
πŸ”Έ Rebus of the Day: Segmentation

πŸ“Ί Get YouTube Codes

✈️ @Abbu_Tech #airdrop #crypto #Telegram
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ‘10
✏️ Welcome early adopters.πŸ”₯

Celebrating the opening of the beta version of our Telegram game.we proceed Special airdrops will be given to all users who register EVM wallet.

πŸ‘‡Going to participate in the BL Airdrop eventπŸ‘‡
πŸ”—https://t.me/blockstreetGL/91

πŸ”₯Fun, Learn, Earn, and get massive amount of rewards $BNB, $BL and $xBL in ranks! 

πŸ’Έ Prize Structure
πŸ₯‡ 1st place: 10 $BNB 
πŸ₯ˆ 2nd place: 6 $BNB
πŸ₯‰ 3rd place:  5 $BNB
➑️ 4th place:  4 $BNB
➑️ 5th place:  3 $BNB
➑️ 6th-10th places: 500 $BL
➑️ 11st-20th places: 300 $BL
βœ… All users who register their wallets. : Special AirdropπŸ’Έ

‴️ Earn $xBL More
βœ… Open BlockStreetBot and press START 
βœ… Invite Frens and get 50 $xBL each
βœ… More invited, more $xBL rewarded!

πŸ•° 2W, ~9th DEC 18:00 (UTC+9)
πŸ•° Rewards will airdrop within 3 days from ends
#BNB #BNBecosystem #Tap2Earn #Airdrop #Telegram app
πŸ‘8
Kana Beektuu?

#Telegram'n maallaqani inni qabu $30B+ fi hojjettoota 30 qofa kan qabu yemmuu tahu hojjettooni kun hundi mana isaanii taahanii hojjetu because telegram'n biiroo(mana hojii) hin qabu😱😁
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
😱31🀩7πŸ†’4πŸ‘3πŸ†3πŸ’…1