Abbu Tech
52.7K subscribers
9.54K photos
405 videos
148 files
5.14K links
🌟 Stay Ahead in Technology!
πŸ”Ή Get the latest tech news and updates
πŸ”Ή Discover insights and trends in crypto

Join us as we explore the future of tech

Buy ads: https://telega.io/c/Abbu_Tech

CEO: @Abi_Jss
Download Telegram
Abbu Tech
Maatii ABBU TECH akkam jirtu. Waa'ee airdropoota telegram kanarra deemaa jiranii waantota hubachuu qabdan isiniif qoodna post kana πŸ‘πŸ‘πŸ‘ #AIRDROP ➑️Kutaa 1 Airdropoota kanneen akka tapswap, mnemonic, hamster kombat fi kanneen biroo dhibbaa dhibba list tahani…
✍️Kutaa➑️2. Notcoin list tahe akka legit tahe nutti agarsiise jira garuu aidropoonni hundi legitidha jechuu hin dandeenyu #scam kan tahan jiraachuu malu.
#NOTCOIN osoo hin hojjettin isin jala darbee warri gaabbitan carraa kanatti fayyadamuu qabdu dhaabbanni #Telegram fayyadamtoota isa baayyisuuf namoota miiliyoonootan ofitti harkisuuf airdropoota kana akka deeggaruullee odeefannoowwan ni jiru.

➑️Kanaaf maatiin ABBU TECH carraan kun akka isin hin darbinee aidropoota nuti isinii gaddhiisnee jalqabaa.πŸ‘β€οΈπŸ‘

#share
@abbu_tech
@abbu_tech
❀10πŸ‘2