Abdisa Bancha Jara
26.1K subscribers
1.05K photos
9 videos
2 files
787 links
This is ABJ Tech - A channel for who have a passion for Computer Vision, Daalacha Haadha Busee, #ICTNews and #MachineLearning, #AI #DigitalMarketing & #TechUpdates
Download Telegram
Waggoota 3n darban keessatti yeroo hedduu hojitti galchina jennee kan nuuf hin milkaayin FAYYADAMAA(APP) Fuudhaaf Heerumaa(Oromo Girls 4 Oromo Boys) jedhu Goshoo yoo tahu ulaagaa barbaachisaa waan hin guunneef harkifannee turre.
Amma App walfakkaatoo Idil-Addunyaa(International dating App) dhaan kan walmadaalu yeroo ji'a tokko hin caalle keessatti Afaanota hedduun, biyyoota hedduu keessatti karaa App Android fi iPhone kan argattan yommuu tahu;
Akka Idil-Addunyaatti ulaagaalee adda nu taasisu keessaa tokko Beesee Kiisii(pocket money) karaa Goshoo walii erguun, kaardii waliif guutuun, VIDEO, AUDIO, CHAT dhaan #waljanajjanuun isaan muraasa..... G o s h o o Online... Coming soon...
❀32πŸ”₯14πŸ₯°2
Waa malee manni hin aaru!
>Daalacha Haadha Busee
❀60πŸ‘14πŸ₯°2
Ka’ee mana raagaa itti shaqqaladhu wahii banadhuu laata?
#AfaanOromoo ji’oota 6 dura AI irraa Afaanota Afrikaa 13 wajjiin carraa argate. Nuti waggaa 2 dura raagnee ture. Ammas hojii haaraa AI Afaan Oromoo haaratu dhufaa jira ibsuuf jechootni na hanqata….

Mee Nagaya Rabbiirra bulaa!
❀92πŸ‘16πŸ₯°1
Gammachuu Guddaa Ummata Oromoo, Itoophiyaa fi Fayyadamtoota Teeknoolojiif! πŸŽ‰πŸš€
Tajaajilli Google Translate sagalee namaa dhaggeeffachuudhaan gara barruutti fooyyessuu (*Voice Input / Automatic Speech Recognition - ASR*) Afaan Oromoo fi Afaan Amaaraa irratti hojjechuu eagaleera!

πŸŽ‰ Congratulations to the Ethiopian, and Global Tech Communities! πŸš€
We are thrilled to celebrate a landmark milestone in digital language inclusion and AI technology: Google Translate has officially enabled Voice Input / Automatic Speech Recognition (ASR) for both Afaan Oromoo and Amharic!

Guutmmaa Odeeffannoo:πŸ‘‡πŸ½

https://web.facebook.com/share/p/19hNSikGsi/
❀50πŸ‘12
Faajjin Qabsoo Oromoo fi Artistiin Hangafaa Oromoo Artist ILFINESH QANNOO boqachuun onnee nama cabsa. Haadha Hundaa Nagaan Boqodhu.
5❀51πŸ™11πŸ₯°3❀‍πŸ”₯2πŸ”₯1πŸ†1
πŸ‡ͺπŸ‡Ή Baga Bara Haaraa Geessan!
πŸ‡ͺπŸ‡Ή መልካም αŠ α‹²αˆ΅ α‹“αˆ˜α‰΅!
❀️ Happy New Year to all my beloved Ethiopians, at home and around the world!

As we welcome a new year, my heart is filled with gratitude, hope, and a renewed commitment to our people and our country.

A New Year is more than the turning of a calendar. It is an opportunity to reflect, learn, innovate, and build with greater courage and purpose.

As Ethiopia moves toward Digital Ethiopia 2030, we stand at an important moment in our national journey. Digital transformation is not simply about technology. It is about transforming how we live, learn, work, govern, do business, and create opportunities for every citizen.

Our digital future must be inclusive, innovative, secure, accessible, and people-centered.

We must empower our young people with digital skills.
We must support entrepreneurs and innovators.
We must build businesses that solve real problems.
We must strengthen digital public services.
We must expand meaningful access to technology and connectivity.
And we must use innovation to create jobs, increase productivity, and unlock Ethiopia’s enormous potential.

Let us move from being consumers of technology to becoming creators of technology.

Let us transform ideas into solutions, solutions into enterprises, and enterprises into opportunities for our communities and our nation.

The Ethiopia we envision will not be built by government alone, business alone, technology alone, or individuals alone. It will be built through partnership, innovation, responsibility, and collective action.

As entrepreneurs, professionals, innovators, leaders, and citizens, we each have a role to play in shaping the Ethiopia of tomorrow.

Let us not simply wait for the future. Let us build it.
Let us not only talk about digital transformation. Let us drive it.
Let us not only imagine Digital Ethiopia 2030. Let us contribute to making it a reality. πŸ‡ͺπŸ‡Ή

May this New Year bring peace to our communities, prosperity to our families, opportunity to our youth, and renewed hope to our nation.

May those facing hardship find strength and comfort. May those who are sick receive healing. May those in need receive God’s mercy and support.

Cherish your blessings.
Value your loved ones.
Lift others as you rise.
Lead with integrity.
Embrace innovation.
Create opportunities.
And make a meaningful impact.

Together, let us build an Ethiopia that is digitally empowered, economically prosperous, socially inclusive, and full of opportunity for generations to come. πŸ‡ͺπŸ‡Ή

May God bless you, your families, and our beloved Ethiopia. ❀️πŸ‡ͺπŸ‡Ή

🌼 Baga Bara Haaraa Geessan!
🌼 መልካም αŠ α‹²αˆ΅ α‹“αˆ˜α‰΅!
🌼 Happy New Year!

New Year. New Vision. Digital Transformation. New Opportunities. Shared Prosperity.

The future is not something we wait for.
It is something we buildβ€”together. πŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸš€
❀21πŸŽ‰2πŸ‘1
❀44πŸ†5πŸ‘2
Ijoolleen keenna Biyya Hindii #NewDelhi fi Naannawa san jirtan hojiif isin barbaada.

Namootni isiniif mijatu keessaan na dubbisaa, Qaamaan dubbanna. ✍🏽
❀12πŸ₯°6πŸ‘1
Turtii biyya Hindii keessatti qabaannu keessatti hojii faayidaa biyya keennaa dursaniif dursa kennuun karoora ijoo dha.
#Google Finfinnetti biiroo Bansiisuudha.
President Siinqee Bank nuti qophiidha jedhaniiru. Abdiisaan haalduree mijeechuutti jira.
#markmyword! Google Finfinneetti gadi dhaabna dhiyootti.

Today, it may be just a dream, but with vision, dedication, and consistent effort, tomorrow it can become a reality.
1❀80πŸ‘21πŸ₯°4πŸ‘2
Delhi, India:
Magaalaa guddoo fi Teessoo Mootummaa Hindiiti. Baay’ina ummataa Mil.23 ol kan qabdu yoo tahu, diinagdeen biyyattii waggaatti dhibbeentaan 5-10 (150k-200k Billion Doolara) sochoofti.
Baha Eeshiyaa keessaa sadarkaa jalqabaa irra kan jirtu Delhiin, Addunyaa irraa sadarkaa 20-30 keessatti ramadamti.
Magaalaa hammana geettu keessaa #communityOromoo dhabuun na raajeera.
Amma gara Ethiopia Cultural Center deemee Buddeena soqadhaa mee nagaan turaaβ€¦πŸ€“
πŸ‘18❀8🀩2
Hojii hatattamaa gara biyya kanaa dhufeef cinatti Sosochii Ce’umsa Digitaalaa garagara keessatti hirmaachuuf carraa argachaan jira.
Koonfiransii Telecom Idil-Addunyaa Ministeerri Koominikeeshii Mootummaa Hindii Dameen Telecom Qopheesse kana guyyoota 3n kana mee walumaan hirmaannee muuxannoo qicanna.

Carraawwan, bu’aalee koonfiraansicha hirmaachuu xumurarratti itti deebina.πŸ§‘πŸ½β€πŸ¦―πŸ§‘πŸ½β€πŸ¦―

GG: Looreet Merid Tullu, Ministeera Innovation fi Tekinoolojii, AI fi Ethiotelecom πŸ˜†
❀57πŸ‘7πŸ₯°4