Mana. Keessan teessaanii haala salphaan DV 2026 guutuu Akka ddaandeessan beektuu?
Step guutuu isaa channel gadii kana jelaa argattu👇👇👇
https://t.me/mon3ysprint

Telegram
Let'sGrowTogether
Welcome to Let'sGrowTogether, your go-to source for reliable, verified opportunities in side hustles and skill-building for students and young professionals.
⭐️ Telegram stars
Akkuma beektan TikTok'n namootni hedduun Kennaa coin TikTok jedhamu kanaan jireenyi isaanii akka jijjiiramu gargaareera.
TikTok hordofuun Telegram ammoo Gift Coin haaraa, Telegram Stars jedhamu, kan maamiltootni Telegram kennaa isaanii gara maallaqaatti jijjiiruuf dandeessisu dhiyaateera.
Kana beeksisuuf Telegram waan Airdrop fakkaatu Major jedhamu kan namoota affeeruun salphaatti Telegram Star Coins argachuuf isin dandeessisu baasee jira.
Yeroo nama 1 affeertan urjio 750⭐️ argattu
Kana akka airdrop hin ilaalinaa, qarshii dhugaa waan ta'eef jarana, ammuma jalqabaa. 👇👇👇👇👇
https://t.me/major/start?startapp=971734695

Major
Check it out on @major.
Nama tokko yoo affertan 1$ argattuu join godhaa hamma doolara 25 hojjachuu dandeessu👇👇
https://t.me/fadewalletbot/app?startapp=9c4ae618160f4c23a1709da21cf3a801

FadeWallet
Manage crypto easily with FadeWallet!
Send, receive, swap, and earn rewards — all in Telegram.

Forwarded from MILKAA'INA JIREENYAA (Abdii Abbiyyoo Eda'oo)
uyyan itti DV n bara 2026 itti guutamu xumuramuuf guyyoota muraasa qofatu hafe warren carraa kana yaaluu barbaaddan fii guutachuu feetan yeroo hafte kanatti fayyadamaa Guutadhaa. Akkaataa itti guuttan kan kana dura isiniif barreessine ilaaluu nu dandeessu 👆
Akka nuti isiniif guunnu yoo feetan ammoo, Qarshii 100 qofa kaffaluun manuma keessan teessanii guutuu dandeesu
👉👉👉@Me_vs_Me_1 ykn @abdiiAb68 irraan nu dubbisaa!

Airdrop Kana kan hundeessa nama notcoin hundeesse fi Ton waliin hojjetudha
Hojii kana irratti task haaraan dabalamee jira
Hojiin kun waan biizii nama godhu hin qabu
Start gootanii task 4 qofa hojjettanii dhiiftu
Yoo coin dabalataa argachuu barbaaddan immoo linkii keessan nama affeertu
namni hin jalqabne yoo jiraate ammuma jalqabaa
Jalqabuuf👇👇👇👇
https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=7z8yjDkE

"Major star" Tapha airdrop dhaabbanni telegram nuuf fide Akka coin tti jijjiranuuf , gift adda itti walii kenninuuf nu fayyaduudha. Garuu xumuramuuf guyyaa 5 qofatu.
Akka salphati hin lalinaa
Waan nama fayyadu kamuu yaaluun gaarima!
Link gadii kanaan seenuun #star walitti qabatu dandeessu warri dura hin seenne
👇👇
https://t.me/major/start?startapp=7396731465
Akka salphati hin lalinaa
Waan nama fayyadu kamuu yaaluun gaarima!
Link gadii kanaan seenuun #star walitti qabatu dandeessu warri dura hin seenne
👇👇
https://t.me/major/start?startapp=7396731465
Telegram
Major
Check it out on @major.
Forwarded from MILKAA'INA JIREENYAA (Abdii Abbiyyoo Eda'oo)
🇺🇸🇺🇸🇺🇲🇺🇲🇺🇲🇺🇲🇺🇲🇺🇲🇺🇲🇺🇲🇺🇲🇺🇲🇺🇲🇺🇲🇺🇲🇺🇲
DV Guutuuf guyyaa tokko qofatu hafee hamma yoonaatti hin guutne yoo ta'e carraan kun akka isin jala hin dabarre.
Namoota 150 ol ta'aniif karaa online amanamummaan guunnee "certificate" ergineerra. Carraan kun akka isin jala hin dabarre!
👇👇
1️⃣Footoo kee gurdii kan yeroo dhihoo kaatee
2️⃣Maqaa kee guutuu
3️⃣Bakka fi bara dhalootaa
4️⃣Email
5️⃣Lakkofsa bilbilaa
6️⃣Sadarkaa barnootaa
7️⃣Haala maatii(maatii qabda moo kophaa dha?)
Kanneen ergaa isiniif guunna👆👆👆Guutachisuudhaaf 👉👉👉@Me_vs_Me_1 Dubbisaa

JECHOOTA BEEKTOTAA
1, "Mo'attoonni waan adda ta'e hojjetu miti waanuma jiru karaa adda ta'een hojjetu." (Shiiv keeraa)
2, "Muka ija qabdutti dhagaan darbatamu itti baay'ata." (Shiiv keeraa.)
3, "Namni Kamillee miilla dhoqqeedhaan Sammuu koo irra akka ejjetu hin eeyyamu."(M. Gaandii)
4, "Hin danda'amu kan jedhamu wanta hin hojjetamne qofadha." (N. Maandellaa. )
5, "Dukkanni dukkana hin ibsu; Ifatu dukkana ibsa. Jibbi jibba in ari'u; jaalalatu jibba ari'a." (Maartiin Luuter Kiingi. )
6, "Haala si mudatu waliin jireenyakee wal fudhachiisuuf yaalii godhi malee; akkan barbaadu ta'uu qaba, hin jedhin." (Maartiin Luuter Kiingi. )
7, "Addunyaan kun bor nii baddi yoo naan jedhan illee har'a sanyii facaasuu hin dhiisu." (Maartiin Luuter Kiingi. )
8, "Namni tokko yommuu kufu hin injifatamu, yommuu abdii kutatu injifatama." (Riichaard Niiksoon.)
9, "Namni dogoggora hojjetee hin beekne nama homaa tokko yaalee hin beeknedha." (Albeert Inestaayin. )
10, "Nagaan waliigalteedhaan malee humnaan hin argamu." (Albeert Inestaayin. )
11, "Sababan gatiittii namoota gurguddoo irra dhaabbadheefan namoota kaan caalmaatti fageessee ilaaluu danda'e." (Iyezak niiwtan. )
12, "Hiyyeessa taatee dhalachuun kee dogoggora mataa kee miti, Carraadha. Garuu yop hiyyeessa taatee duute dogoggora mataa keedha." (Biil Geet. )
13, "Karaa milkaa'inatti geessu hin beeku yoon ta'ellee karaa kufaatiitti geessu garuu nan beeka. Innis namoota hundumaa gammachiisuuf dhama'uudha." (Biil koosbiil)
14, "Kun hundumtuu ta'ullee, ani garuu ammayyuu ilmaan namootaa uumama isaanii irraa jalqabanii gaariidha jedheen yaada." (Haannaa Firaank. )
15, "Maqaa diinota kee fi hojii isaan si irratti hojjetan hin irraanfatin. Balleessaa isaaniif garuu dhiifama godhi."(Joon F Keenedii. )
16, "Addunyaa kana irraa wanti baay'ee nama gaddisiisu, utuu ija qabanii mul'ata dhabuudha."( Heelen kiiler. )
17, "Hiyyumnis ta'u soorumni bu'aa ilaalcha keenyaati." (Naappooliyoon Hiil.
Joinformore: @Gorsa_jireenya

Nama Milkaa'ina ta'uf waantoota sadan kanatu si barbaachiisa:
A, Mul'ata Qabachuun
B, Mul'ata ofi galma gahuf hojjechuu
C, Amala Gaarii Qabachuudha.
1 Mul'ata Qabachuun:
Nama muldhaata ykn abjuu qabu ta'un, karaa jireenya ofii argachuudha. Nama abjuu qabu ta'unkee Kaayyoo milkeessuuf jiraattu tokko akka qabaattu si godhan. Kaayyoo galman gahunis ofiike hamma maatiikee, biyyaa addunyaa ittin jijjjirtu gaariis siif kenna.
Namni Kaayyoo jiraatuf yoo qabaate malee jireenyasaa guddisuu hin danda'u. Ka'umsikee gahumsakee murtessa. Gahumsikee immoo hamma ka'umsakee Sana gaha.
2 Muldhaata ykn abjuu qabdu sanaf jabaatte, cimte, dhaamatefi nuuffi malee irraati hojjechuutu sirra jira. Waan jalqaabe Nama utuu galmaan hin gahin hin raafne ta'un galmaa yaadde gahuf hojjechuu qabda. Sadarkaa ofiif argite utuu hin dhaalin falmiirra deebi'u hin qabdu. Kun immoo abjuu ykn Muldhaata si keessaati biqilee guddisuuf, yaada hojii si keessati argame gara hojiiti/gochaati geeddaruf, Akkasumaas abjuuke galman gahuf Kaayyoo godhatte kaate, dhugumaan galman geesse akka argamtuf si gargaara. Namoonni milkaa'ina warra cimaani hojjetaanidha. Namni abjuusa dhugoomsun lafayaade gahuf yeroo hundumaa dhaama'i ta'i! Milkaa'inni kan warra isheef jedhani karaa baayye tooftaa garagaraa faayyadamun itti dadhabaniiti.
3 Amalaa Gaarii Qabachuu:
-Amalaa Gaarii namootan walii galu, hojiikee hojeettu, jireenya mataake ittin jiraattufi amala gaarii muldhaata si keessa jiru wajjiin waliigalu qabachuu qabda.
Abjuun yaadan argamaa. Hojiidhaan galma gaha. Cimaani hojjechuudhan dhugooma.
Jireenyi nama abjuu qabu hojjeeta abjuusaati. Nama guutuu ta'uf abjuu ofii dhugoomsutu barbaachiisa. Kanaafu, abjuukee dhugoomsi!
Namoota kaayyokeef hin malle karaakee irra maaqsi! Hiriyyaa abjuukee hin madaalle wajjiin hin michoomin! "Hiriyyaa gadhen amala gaarii mancaasa" jedha Macaafni Qulqulluun. Kanaafu, namoota abjuukee faalleessani wajjiin oolte nama abjuukee galmaan gahu taaate of arguuf him yaalin! Namoota jireenyi isaani Waan si keessa jirun wal hin madaalle wajjiin gaafa jiraattu, karaa Waan keessake jiru irra si maaqsuti si qajeelchu. Namni hammuma walbiraa jiraatu dhiibbaa wal irraati gochuun isa hin oolu. Atis immoo Nama dhiibbaa amala badaa Namni qabu jalati kufuu, baarte gadi bu'a(-ve) haawwasaa keessa jirun dangeffamuu utuu hin taane, dandeessu Nama amala gaarii qabun amala badaa namni qabu geedarsiisuu ta'uf yaali! Kana yoo hin taane immoo, amalumaa gaarii qabdu sana amala badaa namoonni qabanin akka hin mancaanef of eeggadhu! Nama adeemsa karaa jireenyasaa beekus ta'i!
Milkaa'ina keessaati amalli qabnu gahe guddaa qaba. Jabaanne hojjechuun, abjuu qabachuunifi gargaarsa abjuu sanaf nu barbaachiisu argachuun keenya duwwaan, Nama abjuusaati dhugoomu nun taasisu. Garuu Waan baayye barbaachiisadha. Amalli badaan xiqqoo nuti qabnu kana hundumaa altokkichan nu jala diiga. Wantoota qabnu kana biraatis amala gaarii yoo qabaanne immoo qabeenyaa qabnuti faayyadamne of milkeessinerra jechuudha. Kanaafu amala gaarii qabachuun milkaa'ina keessati Bakka guddaa qaba.
Namoonni abjuu ykn Muldhaata gaarii malee amala gaarii hin qabne, baraan abjuusani milkeessuuf bu'ani bahani gatii kaaffalu. Garuu hin milkaa'an. Galma hin gahan. Sabaabinsa, amala badaa/ tasgaabbi hin qabne sanan waan si'a baayye itti dadhabani hojjeetan diigu. Namoonni abjuu ykn Muldhaata gaariifi amala gaarii wal simuu qaban immoo sadarkumaa sadarkaadhan abjuusani dhugoomsa adeemu. Sabaabinsa, bu'a yeroo darbe hojjeetani argatan eeggachu danda'u waan ta'ef!
Yeroo hundumaa namoonni jireenya keessaati gatii gurgudda kaaffalu malee milkaa'ina bira dafaani hin geenye, namoota amala dafaani aaru, murteessu, tarkaanfi fudhachuufi utuu itti hin yaadin waan tokko gochuu qofarraati xiyyeeffaatanidha. Atis, akka namoota akkasi kana ta'u hin qabdu. Nama amala gaarii, tasgaabba'a, obsufi suuta jechuun waan tokko keessumessu ta'u qabda. Eessattu, bara kana amala keetu si jiraachiisa.
Amalli gaariin jireenya keessaati firaa namaaf Baayisa!
Barreessan: WameranTolera Bantiiti

Carraa Leenjii Ajaa'ibaa Bilisaan❕❕
Riiskiliing Revolution Afrikaan, sagantaa dandeettii cimsachuu Waldaan Tattaaffii Tola Ooltotaa Adunyaa(IAV), IBM waliin ta'uun qopheesse yoo ta'u, Koorsiwwan gara garaa akkasumas waraqaa ragaa bilisaa kan ofkeessatti qabateedha.
Maaf nutti makamtu?
📌Waraqaa ragaa beekkamtii adunyaawaa qabu
📌Carraawwan tola ooltummaa
📌Leenjii fi workshooppii Addunyaalessaa
Ammuma galmaa'uudhaan leenjii keessan eegalaa
Liinkii galmee 👉Kana 👈 ykn
👇
[ https://sb-auth.skillsbuild.org/signup?ngo-id=0350 ]
Gaaffii gara garaa koorsiwwan irratti qabdaniif Garee(Group) kana fayyadamaa 👉Group
Telegram I Website I Linkedin

Carraa Leenjii Ajaa'ibaa Online Bilisaan iddoo jirtanitti waraqaa ragaa Addunyaalessaa waliin❕❕
Riiskiliing Revolution Afrikaan, sagantaa dandeettii cimsachuu Waldaan Tattaaffii Tola Ooltotaa Adunyaa(IAV), IBM waliin ta'uun qopheesse yoo ta'u, Koorsiwwan gara garaa akkasumas waraqaa ragaa bilisaa kan ofkeessatti qabateedha.
📌 Jalqaba asitti galmaa'uu 👉 Liinkii
📌 Koorsiwwan as keessa barbaaduu 👉Liinkii
📌Koorsiiwwan barbaaddan filachuun ENROLL gochuu
📌Koorsii yoo xummurtan MARK COMPLETE kan jedhu cuqaasuu
📌IBM waraqaa ragaa kan kennu CREDLY irratti waan ta'eef achirratti account isaa banachuu
📌waraqaan ragaa koorsii akkuma xummurtaniin guyyaa tokko keessatti Email'dhaan sinii ergama
📌Gaaffii gara garaa koorsiwwan irratti qabdaniif Garee(Group) kana fayyadamaa 👉Group
📌Odeeffannoo dabalataaf👉Telegram
Liinkii galmee I Liinkii Koorsii

Waqti hubatamu dhabu...............
#HAALAA JIREENYAA
. Ba'aan inni baate jiru hammam Akka itti ulfaata jiru isumaa baate jirutu bekaa. Dammii inni nyaata jirus hammam Akka itti mi'aawe jiru isumaa nyaata dhandhaama jirutu bekaa. Waan arge maal Akka inni ta'e isumaa arge qofatu bekaa. Brother! Jireenyis akkasumaa! Waa'een jireenyake sumasaa jireenyicha keessa jiraata jiru sana qofaf gala dhugaa Waaqayyo siin jedha. Namoonni tokko tokko haala jireenyasaani namoonni bifa isaanif galeen Akka isaanif hubatanif isaanif ibsuf jechaa icciittisaani baasu(keesumaa yeroo waa lapheesani cabsuun gaaddanifi wanti isaan baayye itti cannaaqaman isaan mudatu). Hin goowwomin brother! Gammaachuu keenyas tahu gadda keenya giita keessa keenya guute jirun namotarra argachuun gonkumaa waan hin danda'amnedha. Haallun jireenyaa gurraachaf diimaansa gosumaa jireenyaa ATI jiraattu irraatti hunda'a. Akki ATI itti jiraattu hiikka jireenyi sibiraati qabatuf ibsituudha. Dhandhaamni jireenya hundumaa keenya birati karaa adda addaati. Dhiibbaan jireenyaa nuti keessa jirru numaaf gala. Kan garaa garaa hataa'u jenne ilkanin seeqa kolfa madaa garaa keenyaara uffaata buufaanna. Dhugaa garaan dubbatu dhiifne kuula afaanin kalaaqne, dhiphuu keenya dhoksine, gammadoo fakkachuuf seeqne namoota goowwomsina. Yeroo danuu ilkaan keenyan namoota, hiriyoottanifi maatii keenya sossobne jiraanne. Warri baroota akkasiti jiraatanis jiru. Ega maal godhuree jireenyumatu akkasif akkas taanee! Garuu Mee eenyu? Eenyumatun jedhem?!, kan waan garaa ofii Akka abbaati namaf hubatu? Eenyutus waa'e hafuura nama gad fageesse hubata? Eenyuyyuu! Siif Waaqake qofa male! Ofiidhuma kee yoo hin taane eenyuyyu akka garaake siif hin ta'u! Hamma ati ofiif hin hubanneeti siin ala eenyullee Akka ati yaaddeti siif hin hubatu. Miidhamni baayye keenyas ta'e namoota baayye namoota cinasaani jiranin, maatiisanitin, hiriyyoottankoti warra jedhanin haala eenyummaa, Amala, jireenya keesso isaaniiti plan godhanifi ofiisanitin guutummaati hubatamu dhabudha. Fudhatamu dhabudha. Eenyummaa qabanin simatamu dhabu caala gufachuun hin jiru. Haala jireenya ofii sanan fudhatamu dhabun gufannaadha. Kan ittin namni fudhatamaa dhabe sun muuddama keessofi qaawusi(crisis) eenyummasaa karaa negative ta'en Akka of gaafatufi of ceepha'u isa godhun keessa galudha. Jireenya keessati Kun eenyunu nama kaayyo qabu yoo ta'e season jireenya ta'e irraatti taate mudatudha. Jireenyasaa keessati namni nama ykn maatii ykn hiriyyaa muldhatasaa(kaayyo inni qabuti) amane isaa gargaarufi itti amanes wanta muldhatasaa dhugoomsuf isaaf barbaachisuun isa cina dhabbatu argate nama carroomedha. Yoo xiqqate nama akkasif raakkole muldhatasaa dhugoomsuf isa mudatan %50 ol ofirra cabsateera. Nama akkasi dhabunimoo cabaa guddadha. Karaa milkaaina namas kan fagessuudha. Gatii kaayyo ofii milkeessuf kaffaalamus dachaa namati godhudha. Namoota gaggaari nuti amanan of bira qabachuunu eebba Waaqayyoti. Hammi Sadarkaa gurguddaa, beekamtifi qabeenya har'a qabu kanarra gahe hundi akkuma haasa'u laaffa'e dhaama'efi hojeete hin fidne. Kaaan harkaa namarra dhaalee. Kaan karaa jallina fidee. Kaanif carraatu isaaf kenne. Akkasumaas kaanimo hojjechuun itti dadhabani dhaamati yeroo dheeraa booda kan fidaanidha. Brother! Ijoollee magaala keessa Wagga meeqa jiraannedha wal beekna. Yoon akkas jedhu wantootan beeku seena namoota baruunifi kallaattinis ijan kannen an beeku irra ka'eni. Sadarkaa namoonni irra gahan dinqisifaachu duwwaa osoo hin taane karaa isaan ittin Sadarkaa sanarra dhufaanis duuba duuba ilaalun gaariidha. Maaliifan jedhe seete, waanuman jedhefu jedheraa. Garuu eenyumtu nama male lafa gahe sana gahe hin jiru. kanaafuu namoota nuuf hubataan qabachuun maal maal gaariidha haadhokoo?! Waaqayyo nama siif ha kennu!
Dhumarrattis,1ffaa: namni nama of bira dhabde,keesumaa nama sihubatu tokkollee of bira dhabde Amma gara Waaqaayyoketi deebi'i! Isaa sin laafafne, icciiti jireenyake hin baase sin haamanneefi haala ATI keessa jirtu keessati sin ganne sana wajjin dhimmake mariyaadhu! Inni michuu amanamadha.

Amma yeroo ATI kadhatafi waamannadhan fuulla waaqayyooti of dhiyeessitu Akka ta'e beekadhu! Waaqayyoon qabachuun nama hundumayyuu qabachuu jechuudha. Yoon siin jedhu Waaqayyo yeroo siif barbaachiseeti nama case ati irrati nama barbaadde sanaf ta'u kallaati ta'en siif Kenna jechuu koti. Qoomon sagadduuf qoomon kdhattu hin baddu jedhan. Waaqni nama isaa jaallatufi kadhatuu kamiinu ni gargaara. Bara kana nama harkasaa Waaqayyoti kennatetu raakko hundumaa dandamaate jiraata. Hin irraanfatin, Waaqayyo gaafa ofiisati si barbaadu Akka fuulli nama kamiyyuu sitti Badu Akka godhu! Kambiraanimo iccitiin namoonni bakka gurguddaa gahan cimsaani hin haasofne waa'ee jireenya hafuurasaaniti. Milkaa'inake kamiifu haalli jireenya hafuuraake ati keesso keetti Waaqayyo wajjin qabdu waaqeffannanke barbaachisa Akka ta'es immoo gonkumaa hin irraanfatinis. Tarii haalli namni siif hin hubanne ATI keessa jirtu yoo jiraate carra at ittin gara Waaqayyoti deebitu siif ta'u mala.
2ffaa Haala akkami keessa yoo jiraateyyuu, Yoo ati ofiif of hin qusaanne eenyuyyu buuki isaarra ol sin kaawwatu. Ofiikeetif of eeggacha, of qusaacha, ofiif ta'a, ofiike kabaaja, ofiikeef gatii gudda laatafi bakka simaadaluti argamaa jiraadhu! Ofiikeef hin taane yoo taate nama birarraati ba'aa yookiis namaf biraaf garbaa ta'a garbaa taate jiraatta. Jireenyike borii Akka bareeduf har'a hojii jireenyake borii siif tottolchuufi Sadarkaa bareedati ol siif baasu hojjedhu! Dhaamati kee har'a boriike ilaallata dhaama'i! Dadhabbinkefi hirriba dhabunke har'a galmake borii adda baafatte beekun isaa milkeessuf oola hin jiru yoo ta'e karaa kisaara gubba jirta. Dadhabbike dadhabbi ta'e hafa. Humnike jireenyake kallaati kamiinu waan gaarii godhurraati dhangaala'a hin jiru yoo ta'e waanan jedhe siif ibsu hin qabu. Gruu kufaati hamaa keessa Akka jirtu Akka deebite ilaalun of hubattu sin akeeka. Hadhokoo! Dadhabbinke har'a galmake borii siif ha milkeessu!
Barreessan: @WameranTolera B Kebede
Joinformore: @Gorsa_jireenya
@Gorsa_jireenya

HIRIYAA SOBA
Dubbartii tokkotu Jawwee mana keessatti guddifattu tokko qabdi. Jawween kun baay'ee dheerata ture. Guyyoota muraasa booda Jawween kun nyaata nyaachuu dide. Dubartiin kun yaaddoftee nyaata akka nyaatuuf Dhangaa nyaataa filatamoo gosa adda addaa dhiyeessituuf illee nyaachuu ni dide.Furmaata biraa barbaacha gara Doktora Bineensootaa deemte. Doktoriin kun gaaffii tokko tokko gaafachuun jalqabe. Akkas jechuun gaafate:-
"Bineensi kun haala akkamiin ciisaa?" jedhee gaafate. Dubartiin kunis jalqaba irratti gaafan hirribaa ka'uu bukkee/cina koo ciisaa ture; Guyyaa itti aanu immoo guutummaa guutuutti dhaqna koo irra diriiree isaa rafuun arge. Guyyaa biraa immoo utuu inni naannoo mataa kootii diriiree ciisuun arge" jettee tokko tokkoon waan ishee mudate hundumaa itti himte.Doktorichiis ajaa'ibsiifannaan erga dhaggeeffateen booda akka isheen rakkoo keessa seenaa jirtu itti himuun; akka isheen Jawwee kana Dhaabbata warra Bineensa Kunuunsaniitti dabarsitee kennituuf gorse.
"Bineensi kun nyaata nyaachuu kan dhiiseef garaa isaa keessatti bakki bal'aan (Free space) ta'e akka hafuuf yaadeeti; kan inni immoo kallattii addaa addaan si bira ciisaa ture akkamittiin akka si liqimsu beekuuf jedhee hanga kee safaraa ture" jedhee gorse. "Amalli Jawwee nama liqimsuu malee namaa wajjin hariiroo uumee jiraachuu hin danda'u. Jawwee waliin kana booda raawwattee hariiroo hin qabaatiin" jedhee Dokteerichi Dubartittii Jawween liqimfamuu irraa baraare.
#Dhaamsa_Dubbichaa
Gochi jaalala fakkaassuun namoonni sirratti raawwatan hunduu jaalala ta'uu dhiisuu danda'u. Jaalalli hundi jaalala miti. Hariiroon hundis hariiroo gaarii miti.Tokko tokko hiriyyaa gaarii of fakkeessee sitti siqatee si miidhuuf roga hanqina keetii qorata. Tokko tokko immoo hiriyyaa gaarii fakkaatee sitti siqatee icciitii kee guuruun rakkoo keessa si buusa.
Diinni kee si miidhuuf fira fakkaatee sitti siqachuu danda'a. "Allaattiin fira fakkaattee Sinbira nyaatti" jedha Oromoon. Qoraattii Caffee keessaa kan osoo hin beekiin si waraanu sana ta'ee jireenya kee guyyaa guyyaa keessatti hiriyyaan si waliin jiraatu jiraachuu beekuu qabda.Dhalli namaa namaaf Qorichas; Summiidhas!! Addunyaa kana irra Namootni hariiroo hiriyyummaa gaariin jiraatan akkuma jiran; Namootni osoo hin beekiin hariiroo hiriyyaa gadhee waliin uumuun Summii jalloota kanaan jireenyii fi lubbuun isaanii miidhame hedduu dha. Hiriyyaa gadheen lubbuu namaa illee balleessuu ni danda'a.
Kanaafuu Namaan Miidhamuu irraa of eeggachaa nama waliin jaalala dhugaan jiraachuuf Hubannaa, Ogummaa, Abshaalummaa fi Of eeggannoo cimaa gochuun hariiroo hiriyyummaa keetii xiinxalaa deemuu qabda. Hiriyyoota gadhee fi jireenya kee balleessuuf Summii garaatti baatanii si waliin jiraatan gara laafummaa tokko malee atattamaan hiriyyummaa isaanii dhaabuu qabda.
#Guuyyaa_gaarii_isiinif_haa_ta'u.🙏
Madda; Miidiya hawwaasa

Group Telegram hedduu kan Fuulbana 2024 A.L.A dura banaman, Fayyadamtoota telegram irraa bita jira. 📅 Group Telegram keessaan yoo dhuunfaa (private) ta’e mul’achuu(visible) qaba 👁🗨 yookaan ammoo ifaa (public) ta’uu qaba 🌐. Group akkasii yoo qabaattan, nu qunnamaa @abdiiAb68. 🤝 Gatii madaalawan isinirraa bitna. 💬