Maths Group11
5.03K subscribers
314 photos
3 videos
1.59K files
406 links
The main purposes of this channel are to:
1. 📝 Provide various Mathematics questions and exercises.
2. 📚 Share and publish different educational books.
3. 📖 Provide useful short notes and study materials.

For more, contact us through: @Fikiru_Asnake
Download Telegram
Yuunivarsiitiin Gondar barattoota haarawa bara 2019 A.L.I (2026/27) ramadamtaniif, akkasumas barattoota bara 2018 barnoota fooyya'iinsaa (Remedial) hordoftanii darbitaniif guyyaan seensa yuunivarsiitii Onkololeessa1 04 fi 05/2019 A.L.I ta'uu beeksiseera.

Akkasumas, barattoota haarawa sagantaa eebbafamtoota boodaa (Postgraduate) barnoota isaaniitiif iyyatanis guyyaan seensaa Onkololeessa 04 fi 05/2019 A.L.I ta'uun ibsameera.

Barattoota Haarawa Digirii Jalqabaa - Wanta Galmeef Qabachuu Qabdan:
1. Tiraanskripitii kutaa 9-12 (Orijinaala fi Koophii)
2. Waraqaa ragaa kutaa 12ffaa (Orijinaala fi Koophii)
3. Suuraa guddina 3x4 ta'e afur (4)
4 Uffata siree (Uffata uffatamu, Ansoolaa, fi Uffata boraatii) fi Uffata ispoortii.

Eessatti Galmooftu? (Bakka Galmee):
1. Saayinsii Hawaasaa (Social Science): Mooraa Maraakii (Maraki Campus)
2. Saayinsii Uamaa (Natural Science): Mooraa Aatsee Tewodros (Atse Tewodros Campus)
3. Barattoota Eebbafamtoota Boodaa(Post-graduate): Waajjiraalee gargaaraa rejistraara mooraalee sanatti argamanitti

Hubachiisa:
Barattoonni haarawa digirii jalqabaa gara yuunivarsiitichaatti imaluun dura toora intarnetaatiin (Registration.uog.edu.et) galmee keessan akka xumurtan deebisamee yaadachiifameera.

For more, Join our channel!
@maths_group11
#Oda_Bultum_University

በ2018 ዓ.ም የ12ኛ ክፍል መልቀቂያ ፈተና ወስዳችሁ የማለፊያ ውጤት አምጥታችሁ በ2019 ዓ.ም በአዳ ቡልቱም ዩኒቨርሲቲ የተመደባችሁ አዲስ መደበኛ ተማሪዎች እና በ2018 ዓ.ም በዩኒቨርሲቲው Remedial Program ተከታትላችሁ የማለፊያ ውጤት ያመጣችሁ ተማሪዎች የምዝገባ ቀን ጥቅምት 4 እና 5 ቀን 2019 ዓ.ም ሲሆን፣ ትምህርት የሚጀምረው ጥቅምት 6 ቀን 2019 ዓ.ም መሆኑ ተገልዟል::

ወደ ዩኒቨርሲቲው ስትመጡ መያዝ የሚገቧችሁ ነገሮች:
1. የ8ኛ ክፍል ሰርተፊኬት ኦሪጅናልና ኮፒ
2. የ12ኛ ክፍል ብሔራዊ ፈተና ውጤት ኦሪጅናልና ኮፒ
3. ከ9ኛ-12ኛ ክፍል የተማራችሁበት ትራንስክሪፕት ኦሪጅናልና ኮፒ
4. 8 ፓስፖርት ሳይዝ ጉርድ ፎቶግራፍ
5. አንሶላ፣ የስፖርት ትጥቅ፣ የትራስ ጨርቅ እና ብርድ ልብስ

ቦታ: በአዲሱ ካምፓስ በአካል በመገኘት።

ማሳሰቢያ:
ከተጠቀሰው ቀን በፊትም ሆነ በኋላ የሚመጡ ተማሪዎችን ዩኒቨርሲቲው የማያስተናግድ መሆኑን አሳውቋል::
❤1
Barattoota harawaa idilee kan qormaata kutaa 12ffaa bara 2018 fudhattanii qabxii darbiinsaa fiduun bara 2019 Yuunivarsiitii Odaa Bultumitti ramadamtan fi barattoota bara 2018 sagantaa 'Remedial' yuunivarsiitichaatti hordoftanii qabxii darbiinsaa fiddan hundaaf, guyyaan galmee Onkololeessa 4 fi 5 bara 2019 yoo ta'u, barnootni kan eegalu Onkololeessa 6 bara 2019 ta'uun ibsameera.

Yeroo gara yuunivarsiitichaatti dhuftan meeshaalee qabatanii dhufuu qabdan:
1. Waraqaa ragaa (Certificate) kutaa 8ffaa oriijinaalaa fi koppii
2. Waraqaa qormaata biyyaaleessa kutaa 12ffaa oriijinaalaa fi koppii
3. Waraqaa qabxii (Transcript) kutaa 9ffaa - 12ffaa oriijinaalaa fi koppii
4. Suuraa saayizii paaspoortii 8
5. Uffata hirribaa (Uffata firaashaa, uffata boraatii fi uffata qorraa) akkasumas uffata ispoortii

Iddoo Galmee:
Kaampasii Haaraa irratti qaamaan argamuun.

Hubachiisa:
Yuunivarsiitichi guyyaa murtaa'e kanaan duraas ta'e booda barattoota dhufan kan hin keessummeessine ta'uu beeksiseera.

For more, Join our channel!
@maths_group11
#Salale_University

ሰላሌ ዩኒቨርሲቲ ለ2019 ዓ.ም የትምህርት ዘመን ለአዲስ እና ነባር ተማሪዎች ጥሪ አስተላልፏል።

የጥሪው ባለቤቶች፦
1. በ2018 ዓ.ም የ12ኛ ክፍል ፈተና ወስዳችሁ በሰላሌ ዩኒቨርሲቲ በመደበኛ ፕሮግራም የተመደባችሁ።
2. በ2018 ዓ.ም በሰላሌ ዩኒቨርሲቲ Remedial Program (የማሻሻያ ፕሮግራም) ስትከታተሉ ቆይታችሁ የማለፊያ ነጥብ ያስመዘገባችሁ ተማሪዎች።
የምዝገባ ቀን፦ ጥቅምት 4 እና 5 / 2019 ዓ.ም

የምዝገባ ቦታ፦
ሰላሌ ዩኒቨርሲቲ ጄኔራል ታደሰ ብሩ ካምፓስ

የሚያስፈልጉ ሰነዶች እና ቁሳቁሶች፦
1. ብርድ ልብስ፣ አንሶላ እና የትራስ ጨርቅ
2. ከ6 ወር ወዲህ የተነሱት 4 ጉርድ ፎቶግራፎች (3x4)
3. የ12ኛ ክፍል ሰርተፊኬት (Original & Copy)
4. የ8ኛ ክፍል ሰርተፊኬት (Original & Copy)
5. ከ9ኛ - 12ኛ ክፍል ትራንስክሪፕት (Original & Copy)
6. ብሔራዊ መታወቂያ (National ID)

ማሳሰቢያ፦
ከተጠቀሰው ቀን አስቀድሞም ሆነ ዘግይቶ የሚመጣን ተማሪ ዩኒቨርሲቲው የማያስተናግድ መሆኑን ተገልዟል።
❤1
Waamicha Yuunivarsiitii Salaalee bara barnootaa 2019 Barattoota Haaraaf:

Barattoota Waamichii Kun Ilaallatu:
1. Barattoota qormaata kutaa 12ffaa bara 2018 fudhattanii Sagantaa Idileetiin Yuunivarsiitii Salaaleetti ramadamtan.
2. Barattoota bara 2017 Yuunivarsiitii Salaaleetti Sagantaa Fooyya'iinsaa (Remedial Program) hordoftanii qabxii darbiinsaa galmeessistan.

Guyyaa Galmee: Onkoloolessa 4 fi 5, 2019 (October 14 fi 15, 2026)

Bakka Galmee:
Yuunivarsiitii Salaalee, Kaampasii Jeeneraal Taaddasaa Birruu

Ulaagaalee fi Meeshaalee Barbaachisan:
1. Uffata hirribaa (Ansoolaa, Uffata boraatii fi Halkanii)
2. Suuraa gabaabsaa (3x4) dhiyeenya kana (ji'oota 6 keessatti) kaatan 4.
3. Waraqaa ragaa (Certificate) Kutaa 12ffaa (Orijinaala fi Kopiisaa)
4. Waraqaa ragaa (Certificate) Kutaa 8ffaa (Orijinaala fi Kopiisaa)
5. Tiraanskripitii kutaa 9ffaa - 12ffaa (Orijinaala fi Kopiisaa)
6. Waraqaa Eenyummaa Biyyooleessaa (National ID)

Hubachiisa:
Guyyaa murtaa'e kanaan durais ta'e booda barataa dhufu Yuunivarsiitiin kan keessummeessine ta'uu ibsameera.

For more, Join our channel!
@maths_group11
#Mizan_Tepi_University

ሚዛን-ቴፒ ዩኒቨርሲቲ የ2019 ዓ.ም አዲስ ገቢ ተማሪዎች የምዝገባ ጥሪ:

ለሚዛን-ቴፒ ዩኒቨርሲቲ አዲስ ለተመደባችሁ የመጀመሪያ ዲግሪ መደበኛ ፕሮግራም ተማሪዎች እና በ2018 በረሜዲያል ፕሮግራም ትምህርታችሁን በዩኒቨርሲቲው ተከታትላችሁ ያለፋችሁ ተማሪዎች በሙሉ፦
የ2019 ትምህርት ዘመን ምዝገባ ጥቅምት 09 እና 10 የሚካሄድ መሆኑን ዩኒቨርሲቲው አስታውቋል።

የምዝገባ ቦታዎች፦
1. የማህበራዊ ሳይንስ ተማሪዎች፦ ሚዛን-አማን በሚገኘው ዋናው ግቢ
2. የተፈጥሮ ሳይንስ ተማሪዎች፦ ቴፒ ከተማ በሚገኘው ቴፒ ግቢ

ለ ምዝገባ የሚያስፈልጉ ነገሮች፦
1. የ12ኛ ክፍል ብሔራዊ ፈተና ውጤት፣ ከ9ኛ-12ኛ ክፍል ትራንስክሪፕት ኦሪጅናል እና ኮፒ
2. ዘጠኝ የቅርብ ጊዜ ጉርድ ፎቶግራፍ (3x4)
3. ብርድ ልብስ፣ አንሶላ፣ የትራስ ጨርቅ እና የስፖርት ትጥቅ

ማሳሰቢያ፦
1. በዩኒቨርሲቲው በረሜዲያል/እርምጃ ፕሮግራም ለተመደባችሁ ተማሪዎች የመመዝገቢያ ወቅት ወደፊት በሌላ ጥሪ ማስታወቂያ የሚገለጽ ይሆናል።
2. ከተጠቀሱት ቀናት ቀድሞም ሆነ ዘግይቶ የሚመጣ ተማሪ የማያስተናግድ መሆኑን ዩኒቨርሲቲው አሳውቋል።
Waamicha Galmee Barattoota Haaraa Yuunivarsiitii Miizaan-Teepii bara 2019 A.L.I:

Barattoota haaraa sagantaa idilee digrii jalqabaatiif Yuunivarsiitii Miizaan-Teepiitti ramadamtan fi barattoota bara 2018 sagantaa Rimidiyaaliitiin yuunivarsiiticha keessatti barattanii darbitan hundaaf፦
Galmeen bara barnoota 2019 Onkoloolessa 09 fi 10 kan raawwatamu ta'uu yuunivarsiitichi beeksiseera.

Bakka Galmee:
1. Barattoota Saayinsii Hawaasaa (Social Science): Mooraa Guutuu (Main Campus) Miizaan-Amaan keessatti argamutti.
2. Barattoota Saayinsii Uamaa (Natural Science): Mooraa Teepii Magaalaa Teepii keessatti argamutti.

Ulaagaalee Galmeedhaaf Barbaachisan:
1. Qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa, tiraanskripții kutaa 9ffaa-12ffaa orijinaalaa fi kooppii isaa.
2. Suuraa gabaabaa (3x4) dhiyeenya kana kaatan sagal (9).

Yeroo gara Yuunifarsiitichi deemtan, Huccuu uffannaa ciisichaa (Ansoolaa, uffata halkanii, uffata boorati/tiraasi) fi meeshaa ispoortii qabachuu akka qabdan ibsame.

Hubachiisa፦
1. Barattoota sagantaa Rimidiyaalii/Sireeffamaatiif yuunivarsiitichatti ramadam taniif yeroon galmee gara fuulduraatti beeksisa biraatiin kan ibsamu ta'a.
2. Yuunivarsiitichi guyyoota jedhaman kaniin dura yookaan booda barataa dhufu kan hin keessummeessine ta'uu beeksiseera.

For more, Join our channel!
@maths_group11
❤2🥰2
#Bahirdar_University

የባሕር ዳር ዩኒቨርሲቲ የጥሪ ማስታወቂያ:

ባሕር ዳር ዩኒቨርሲቲ በ2019 ዓ.ም ለተመደባችሁ አዲስ ገቢ የመጀመሪያ ዲግሪ ተማሪዎች እና በ2018 ዓ.ም Remedial ፕሮግራም ተከታትላችሁ ያለፋችሁ ተማሪዎች በሙሉ የምዝገባ ጥሪ አቅርቧል።

የምዝገባ ቀን
ጥቅምት 9 እና 10 ቀን 2019 ዓ.ም

የምዝገባ ቦታ (ካምፓስ)
1. የተፈጥሮ ሳይንስ (Natural Science) ተማሪዎች: በግሻ አባይ (ይባብ) ግቢ
2. የማህበራዊ ሳይንስ (Social Science) ተማሪዎች: ሰላም ግቢ

ለምዝገባ ሲመጡ ሊይዟቸው የሚገቡ ነገሮች:
1. ብርድ ልብስ፣ አንሶላ፣ የትራስ ልብስ እና የስፖርት ትጥቅ
2. የ8ኛ እና የ12ኛ ክፍል ካርድ ዋናውን እና የማይመለስ ፎቶ ኮፒ
3. ከ9ኛ እስከ 12ኛ ክፍል ትራንስክሪፕት ዋናውን እና የማይመለስ ፎቶ ኮፒ
4. አራት (4) ጉርድ ፎቶግራፍ

ለተቋረጡ (Re-admission) ተማሪዎች:
በተለያዩ ምክንያቶች የ1ኛ ዓመት 1ኛ ወሰነ ትምህርታችሁን አቋርጣችሁ መልሶ መቀበያ ፎርም ለሞላችሁ ተማሪዎች የምዝገባ ጥያቄ ማመልከቻ ጊዜ ጥቅምት 16 እና 17 ቀን 2019 ዓ.ም መሆኑን ዩኒቨርሲቲው አስታውቋል።
Beeksisa Waamicha Yuunivarsiitii Baahir Daar:

Yuunivarsiitiin Baahir Daar barattoota haarawa digrii jalqabaa bara 2019 A.L.I (2026/27 G.C) ramadamtan fi barattoota bara 2018 A.L.I sagantaa Remediyaal hordoftanii dabartan hundaaf waamicha galmee taasisee jira.

Guyyaa Galmee:
Onkololeessa 9 fi 10, bara 2019 A.L.I

Bakka Galmee (Kaampasii):
1. Barattoota Saayinsii Uumamaa (Natural Science): Kaampasii Gish Abbaay (Yibaab)
2. Barattoota Saayinsii Hawaasaa (Social Science): Kaampasii Salaam

Wantoota Yeroo Galmee Qabatamuun Barbaachisan:
1. Uffata Siree ( uffata uffatan ykn halkanii, ansoolaa, uffata boraatii) fi uffata ispoortii.
2. Kaardii kutaa 8ffaa fi 12ffaa isa jalqabaa (original) fi footookoppii hin deebine.
3. Tiraanskripalii kutaa 9ffaa hanga 12ffaa isa jalqabaa (original) fi footookoppii hin deebine.
4. Suuraa gurdii paspoorti saayizii (3×4) afuur (4).

Hubachiisa:
Barattoota Barnoota Addaan Kutan (Re-admission):
Barattoota sababa adda addaatiin barnoota waggaa 1ffaa saemisteera 1ffaa addaan kuttanii foormii deebi'anii seensaa guuttaniif, guyyaan iyyannoo galmee Onkololeessa 16 fi 17, bara 2019 A.L.I ta'uu yuunivarsiitichi beeksiseera.

For more, Join our channel!
@maths_group11
@maths_group11
#Debre_Tabor_University

የደብረ ታቦር ዩኒቨርሲቲ የጥሪ ማስታወቂያ!

ለደብረ ታቦር ዩኒቨርሲቲ ለ2019 ዓ.ም የትምህርት ዘመን የተመደባችሁ፡
1. አዲስ ገቢ 1ኛ ዓመት (Freshman) ተማሪዎች
2. በ2018 ዓ.ም Remedial ተከታትላችሁ የማለፊያ ውጤት ያመጣችሁ ተማሪዎች

የምዝገባ ቀን ጥቅምት 09 እና 10 / 2019 ዓ.ም መሆኑ ተገልጿል።

ወደ ዩኒቨርሲቲ ሲመጡ መያዝ የሚገባቸው፡
1. የ8ኛ ክፍል ሰርቲፊኬት (ዋናውና ኮፒው)
2. የ12ኛ ክፍል ሰርቲፊኬት (ዋናውና ኮፒው)
3. ከ9-12ኛ ክፍል ትራንስክሪፕት (ዋናውና ኮፒው)
4. አራት (4) 3×4 የሆነ የቅርብ ጊዜ ፎቶግራፎች
5. ብሔራዊ መታወቂያ (National ID)
6. አንሶላ፣ ብርድ ልብስ፣ ትራስ ልብስ እና የስፖርት ልብስ

ማሳሰቢያ፡
1. ከተጠቀሰው ቀን ቀድሞም ሆነ ዘግይቶ የሚመጣን ተማሪ ዩኒቨርሲቲው የማያስተናግድ መሆኑን ያውቁ።
2. በ2019 ዓ.ም በዩኒቨርሲቲው የተመደባችሁ የRemedial ተማሪዎች ጥሪ በሌላ ማስታወቂያ የሚገለጽ ይሆናል።
❤2
Beeksisa Waamicha Yuunivarsiitii Dabre Taabor!

Barattoota Bara Barnootaa 2019 A.L.I (2026/27 G.C) tiif Yuunivarsiitii Dabre Taaboritti ramadamtan:
1. Barattoota haaraa kutaa waggaa 1ffaa (Freshman).
2. Barattoota bara 2018 A.L.I barnoota Remedial hordoftanii qabxii darbiinsaa galmeessistan.

Guyyaan galmee Onkololeessa 09 fi 10 / 2019 A.L.I ta'uun ibsameera.

Yeroo gara yuunivarsiitii dhuftan waan qabatatanii dhufuu qabdan:
1. Sartifiketi kuta 8ffaa (Original fi Kopii isa)
2. Sartifiketi kuta 12ffaa (Original fi Kopii isa)
3. Tiraanskripal kuta 9-12 (Original fi Kopii isa)
4. Suuraa haaraa 3x4 ta'e afur (4)
5. Waraqaa Eenyummaa Biyyooleessaa (National ID)
6. Huccuu siree (Ansoolaa, Bireedlibsa, Uffata Tiraasaa) fi Uffata Ispoortii.

Hubachiisa:
1. Yuunivarsiitichi barataa guyyaa ibsame malee duraas ta'e duubattii hafe kan hin keessumsiisne ta'uu beekuu qabdu.
2. Barattoota Remedial bara 2019 A.L.I tiif Yuunivarsiitii kessatti ramadamtan waamichi keessan beeksisa biraatiin kan ibsamu ta'a.

@maths_group11
❤3
#Bonga_University

በ2018 ዓ.ም የትምህርት ዘመን በቦንጋ ዩኒቨርሲቲ የሪሚዲያል (Remedial) ትምህርት ተከታትላችሁ የማለፊያ ነጥብ ያመጣችሁ ተማሪዎች እንዲሁም በ2019 ዓ.ም በትምህርት ሚኒስቴር ወደ ቦንጋ ዩኒቨርሲቲ የተመደባችሁ አዲስ ተማሪዎች የምዝገባ ቀን ጥቅምት 5 እና 6 ቀን 2019 ዓ.ም መሆኑን ዩኒቨርሲቲው አስታውቋል።

የሚከተሉትን ነገሮች አዘጋጅታችሁ እንድትመጡ እናሳስባለን፦
1. የ12ኛ ክፍል ብሔራዊ ፈተና ውጤት ዋናውን (Original) እና ፎቶ ኮፒ፣ የ8ኛ ክፍል ካርድ ዋናውን እና ፎቶ ኮፒ
2. ከ9ኛ-12ኛ ክፍል ትራንስክሪፕት ዋናውን እና ፎቶ ኮፒ
3. መጠን 3x4 የሆነ የደረት በላይ ፎቶግራፍ 6 ብዛት፣ ብሔራዊ መታወቂያ (National ID)፣ እንዲሁም የብርድ ልብስ፣ የአልጋ አንሶላ፣ የትራስ ጨርቅ እና የስፖርት ልብስ መያዝ አለባችሁ።
❤2
Barattootni bara barnootaa 2018 A.L.I Yuunivarsiitii Boongaatti barnoota Remedial barachaa turtanii qabxii darbiinsaa argattanii fi barattoota haaraa bara 2019 Ministeera Barnootaatiin gara Yuunivarsiitii Boongaatti ramadamtan Guyyaan galmee Onkoloolessa 5 fi 6 A.L.I ta'uu yuunivarsiitichi beeksise.

Yeroo dhuftan wantoota armaan gaditti ibsaman qabattanii akka dhuftan isin hubachiifna.

1. Qabxii Qormaata Biyyoolessaa kutaa 12ffaa orijinaalaa fi koppii, Kaardii kutaa 8ffaa orijinaalaa fi koppii isaa

2. Tiraaniskiriptii kutaa 9-12 orijinaalaa fi koppii

3. Footoo/Suura qomaa olii abbaa 3*4 baayyinaan 6, National ID, akkasumas uffata qorraa, afata siree ykn ansoolaa, uffata boraatii fi uffata ispoortii qabachuu qabdu.

@maths_group11
❤3
#Borana_University

በ 2018 ዓ.ም. በቦረና ዩኒቨርሲቲ የመልሶ ማቋቋሚያ (Remedial Program) ትምህርታችሁን ተከታትላችሁ የማለፊያ ነጥብ ላስመዘገባችሁ እንዲሁም በ 2019 ዓ.ም. በትምህርት ሚኒስቴር ወደ ቦረና ዩኒቨርሲቲ ለተመደባችሁ አዳዲስ ተማሪዎች በሙሉ፦

የምዝገባ ቀን፡ ጥቅምት 04 - 05/2019 ዓ.ም. ብቻ
ቦታ፡ ቦረና ዩኒቨርሲቲ ግቢ (ያቤሎ ከተማ)

አዳዲስ ተማሪዎች ሲመጡ ይዘዋቸው የሚመጧቸው፦
* ብሔራዊ ዲጂታል መታወቂያ (National Digital ID)
* የ 8ኛ ክፍል ሰርተፊኬት (ኦሪጅናል እና ኮፒ)
* ከ 9ኛ - 12ኛ ክፍል ትራንስክሪፕት (ኦሪጅናል እና ኮፒ)
* 8 ብዛት ያላቸው 3*4 መጠን ጉርድ ፎቶግራፎች
* የብርድ ልብስ/ጨርቅ፣ የአልጋ አንሶላ፣ የትራስ ጨርቅ እና የስፖርት ትጥቅ

ማሳሰቢያ፦
ከተጠቀሰው ቀን በፊትም ሆነ ዘግይቶ የሚመጣ ተማሪን ዩኒቨርሲቲው የማያስተናግድ መሆኑን አውቃችሁ በተጠቀሱት ቀናት ብቻ በአካል በመገኘት እንድትመዘገቡ ተሳስቧል።

@maths_group11
❤4
We pick things up with our ______.
Anonymous Quiz
15%
A) arms
72%
B) hands
7%
C) hair
7%
D) heads
I sometimes go to school ______ bus.
Anonymous Quiz
15%
A) in
6%
B) at
6%
C) to
72%
D) by
#Jigjiga_University

የጥሪ ማስታወቂያ ለአዲስ ገቢ ተማሪዎች።

Waamicha barattoota haaraa 2019 E.C!

@maths_group11
❤3🥰1
ፕ/ር ብርሃኑ ነጋ በድጋሚ የትምህርት ሚኒስትር ሆነው እንዲሾሙ በጠ/ሚ ዐቢይ አሕመድ (ዶ/ር) በዕጩነት ቀርበዋል።

@maths_group11
😭4